Suuraa An-Nahl 16:42
ٱلَّذِينَ صَبَرُواْ وَعَلَىٰ رَبِّهِمۡ يَتَوَكَّلُونَ ﴿٤٢﴾
◉
Hiikkaa
(Isaan) warra obsanii, Gooftaa isaanii (qofa) irratti hirkataniidha.