quranm◉

Suuraa As-Saffat 37:129

وَتَرَكۡنَا عَلَيۡهِ فِي ٱلۡأٓخِرِينَ ﴿١٢٩﴾

◉

Hiikkaa

Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra.
— Ghali Apapur Apaghuna

◉ Suuraa · ∞