quranm◉

Suuraa As-Saffat 37:141

فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ ٱلۡمُدۡحَضِينَ ﴿١٤١﴾

◉

Hiikkaa

(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e.
— Ghali Apapur Apaghuna

◉ Suuraa · ∞