quranm◉

Suuraa Az-Zumar 39:14

قُلِ ٱللَّهَ أَعۡبُدُ مُخۡلِصٗا لَّهُۥ دِينِي ﴿١٤﴾

◉

Hiikkaa

Jedhi: “Ani Rabbuma qofaan, amantii kiyya Isaaf qulqulleessaa ta’ee gabbara.”
— Ghali Apapur Apaghuna

◉ Suuraa · ∞