Suuraa Al-Fath 48:8
إِنَّآ أَرۡسَلۡنَٰكَ شَٰهِدٗا وَمُبَشِّرٗا وَنَذِيرٗا ﴿٨﴾
◉
Hiikkaa
(Yaa Muhammad!) Nuti ragaa, gammachiisaafi sodaachisaa goonee si ergine.