Suuraa Al-Baqarah 2:42
وَلَا تَلۡبِسُواْ ٱلۡحَقَّ بِٱلۡبَٰطِلِ وَتَكۡتُمُواْ ٱلۡحَقَّ وَأَنتُمۡ تَعۡلَمُونَ ﴿٤٢﴾
◉
Hiikkaa
Odoo beektanii dhugaa sobaan [walitti] hin makinaa; haqa hin dhoksinaas.