Suuraa Al-Qamar 54:55
فِي مَقۡعَدِ صِدۡقٍ عِندَ مَلِيكٖ مُّقۡتَدِرِۭ ﴿٥٥﴾
◉
Hiikkaa
Teessoo dhugaa (jannata) keessa Mootii danda’aa bira jiraatu.