Suuraa Al-Baqarah 2:52
ثُمَّ عَفَوۡنَا عَنكُم مِّنۢ بَعۡدِ ذَٰلِكَ لَعَلَّكُمۡ تَشۡكُرُونَ ﴿٥٢﴾
◉
Hiikkaa
Ergasii sana booda akka isin galateeffataniif jecha dhiifama isiniif goone.