Suuraa Al-'Ankabut 29:9
وَٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ لَنُدۡخِلَنَّهُمۡ فِي ٱلصَّـٰلِحِينَ ﴿٩﴾
◉
Hiikkaa
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, namoota gaggaarii keessa isaan galchina.