Suuraa Ar-Rahman 55:14
خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِن صَلۡصَٰلٖ كَٱلۡفَخَّارِ ﴿١٤﴾
◉
Hiikkaa
(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume.