quranm◉

Surah Al-'Asr transliteration

◉ Suuraa · ∞

103:1

وَٱلۡعَصۡرِ ﴿1﴾

Transliteration: WaalAAasri

Translation: Yeroonin kakadha.

103:2

إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَفِي خُسۡرٍ ﴿2﴾

Transliteration: Inna alinsana lafee khusrin

Translation: Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira.

103:3

إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلۡحَقِّ وَتَوَاصَوۡاْ بِٱلصَّبۡرِ ﴿3﴾

Transliteration: Illa allatheena amanoo waAAamiloo alssalihati watawasaw bialhaqqi watawasaw bialssabri

Translation: Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru).

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download