Suuraa As-Saffat 37:48
وَعِندَهُمۡ قَٰصِرَٰتُ ٱلطَّرۡفِ عِينٞ ﴿٤٨﴾
◉
Hiikkaa
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira