quranm◉

Suuraa Ad-Dukhan 44:6

رَحۡمَةٗ مِّن رَّبِّكَۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلسَّمِيعُ ٱلۡعَلِيمُ ﴿٦﴾

◉

Hiikkaa

Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne)Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha.
— Ghali Apapur Apaghuna

◉ Suuraa · ∞