وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ ﴿1﴾وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ
Transliteration: Waaltteeni waalzzaytooni
Translation: Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha).
وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ ﴿1﴾وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ
Transliteration: Waaltteeni waalzzaytooni
Translation: Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha).
وَطُورِ سِينِينَ ﴿2﴾وَطُورِ سِينِينَ
Transliteration: Watoori seeneena
Translation: Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis.
وَهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٱلۡأَمِينِ ﴿3﴾وَهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٱلۡأَمِينِ
Transliteration: Wahatha albaladi alameeni
Translation: Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha).
لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمٖ ﴿4﴾لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمٖ
Transliteration: Laqad khalaqna alinsana fee ahsani taqweemin
Translation: Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne.
ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ ﴿5﴾ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ
Transliteration: Thumma radadnahu asfala safileena
Translation: Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne.[]
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونٖ ﴿6﴾إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونٖ
Transliteration: Illa allatheena amanoo waAAamiloo alssalihati falahum ajrun ghayru mamnoonin
Translation: Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira.
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ ﴿7﴾فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ
Transliteration: Fama yukaththibuka baAAdu bialddeeni
Translation: Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)?
أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ ﴿8﴾أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ
Transliteration: Alaysa Allahu biahkami alhakimeena
Translation: Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee?
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download