Suuraa Ibrahim 14:49
وَتَرَى ٱلۡمُجۡرِمِينَ يَوۡمَئِذٖ مُّقَرَّنِينَ فِي ٱلۡأَصۡفَادِ ﴿٤٩﴾
◉
Hiikkaa
Guyyaa san badii hojjattoota takaallaa keessatti kan walitti qindaa’an ta’anii argita.