quranm◉

Suuraa Al-Mu'minun 23:12

وَلَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ مِن سُلَٰلَةٖ مِّن طِينٖ ﴿١٢﴾

◉

Hiikkaa

Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa ta'e irraa uumne.
— Ghali Apapur Apaghuna

Mata-duree · Aayaa

◉ Suuraa · ∞