105:1أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصۡحَٰبِ ٱلۡفِيلِ ﴿1﴾أَلَمۡ تَرَ كَيۡفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصۡحَٰبِ ٱلۡفِيلِ
Transliteration: Alam tara kayfa faAAala rabbuka biashabi alfeeli
Translation: Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee?
105:2أَلَمۡ يَجۡعَلۡ كَيۡدَهُمۡ فِي تَضۡلِيلٖ ﴿2﴾أَلَمۡ يَجۡعَلۡ كَيۡدَهُمۡ فِي تَضۡلِيلٖ
Transliteration: Alam yajAAal kaydahum fee tadleelin
Translation: Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera).
105:3وَأَرۡسَلَ عَلَيۡهِمۡ طَيۡرًا أَبَابِيلَ ﴿3﴾وَأَرۡسَلَ عَلَيۡهِمۡ طَيۡرًا أَبَابِيلَ
Transliteration: Waarsala AAalayhim tayran ababeela
Translation: Simbira garee gareedhaan isaanitti erge.
105:4تَرۡمِيهِم بِحِجَارَةٖ مِّن سِجِّيلٖ ﴿4﴾تَرۡمِيهِم بِحِجَارَةٖ مِّن سِجِّيلٖ
Transliteration: Tarmeehim bihijaratin min sijjeelin
Translation: Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti.
105:5فَجَعَلَهُمۡ كَعَصۡفٖ مَّأۡكُولِۭ ﴿5﴾فَجَعَلَهُمۡ كَعَصۡفٖ مَّأۡكُولِۭ
Transliteration: FajaAAalahum kaAAasfin makoolin
Translation: Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download