quranm◉

Surah Al-Qadr transliteration

◉ Suuraa · ∞

97:1

إِنَّآ أَنزَلۡنَٰهُ فِي لَيۡلَةِ ٱلۡقَدۡرِ ﴿1﴾

Transliteration: Inna anzalnahu fee laylati alqadri

Translation: Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Qur'aana) buufne

97:2

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا لَيۡلَةُ ٱلۡقَدۡرِ ﴿2﴾

Transliteration: Wama adraka ma laylatu alqadri

Translation: Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise?

97:3

لَيۡلَةُ ٱلۡقَدۡرِ خَيۡرٞ مِّنۡ أَلۡفِ شَهۡرٖ ﴿3﴾

Transliteration: Laylatu alqadri khayrun min alfi shahrin

Translation: Halkan sadarkaa qabdu ji'a kumarra caalti.

97:4

تَنَزَّلُ ٱلۡمَلَـٰٓئِكَةُ وَٱلرُّوحُ فِيهَا بِإِذۡنِ رَبِّهِم مِّن كُلِّ أَمۡرٖ ﴿4﴾

Transliteration: Tanazzalu almalaikatu waalrroohu feeha biithni rabbihim min kulli amrin

Translation: Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan bu'u.

97:5

سَلَٰمٌ هِيَ حَتَّىٰ مَطۡلَعِ ٱلۡفَجۡرِ ﴿5﴾

Transliteration: Salamun hiya hatta matlaAAi alfajri

Translation: Isheen hanga baha fajriitti nagaadha

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download