بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ﴿1﴾بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
Transliteration: Bismi Allahi alrrahmani alrraheemi
Translation: Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ﴿1﴾بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
Transliteration: Bismi Allahi alrrahmani alrraheemi
Translation: Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ رَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ﴿2﴾ٱلۡحَمۡدُ لِلَّهِ رَبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ
Transliteration: Alhamdu lillahi rabbi alAAalameena
Translation: Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati
ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ ﴿3﴾ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
Transliteration: Alrrahmani alrraheemi
Translation: Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa.
مَٰلِكِ يَوۡمِ ٱلدِّينِ ﴿4﴾مَٰلِكِ يَوۡمِ ٱلدِّينِ
Transliteration: Maliki yawmi alddeeni
Translation: Abbaa (mootii) guyyaa murtii
إِيَّاكَ نَعۡبُدُ وَإِيَّاكَ نَسۡتَعِينُ ﴿5﴾إِيَّاكَ نَعۡبُدُ وَإِيَّاكَ نَسۡتَعِينُ
Transliteration: Iyyaka naAAbudu waiyyaka nastaAAeenu
Translation: Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
ٱهۡدِنَا ٱلصِّرَٰطَ ٱلۡمُسۡتَقِيمَ ﴿6﴾ٱهۡدِنَا ٱلصِّرَٰطَ ٱلۡمُسۡتَقِيمَ
Transliteration: Ihdina alssirata almustaqeema
Translation: Daandii sirrii nu qajeelchi.
صِرَٰطَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمۡتَ عَلَيۡهِمۡ غَيۡرِ ٱلۡمَغۡضُوبِ عَلَيۡهِمۡ وَلَا ٱلضَّآلِّينَ ﴿7﴾صِرَٰطَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمۡتَ عَلَيۡهِمۡ غَيۡرِ ٱلۡمَغۡضُوبِ عَلَيۡهِمۡ وَلَا ٱلضَّآلِّينَ
Transliteration: Sirata allatheena anAAamta AAalayhim ghayri almaghdoobi AAalayhim wala alddalleena
Translation: Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download