قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ ﴿1﴾قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ
Transliteration: Qul aAAoothu birabbi alfalaqi
Translation: Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha.
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ ﴿1﴾قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلۡفَلَقِ
Transliteration: Qul aAAoothu birabbi alfalaqi
Translation: Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha.
مِن شَرِّ مَا خَلَقَ ﴿2﴾مِن شَرِّ مَا خَلَقَ
Transliteration: Min sharri ma khalaqa
Translation: Hamtuu waan Inni uumee irraa,
وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ ﴿3﴾وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ
Transliteration: Wamin sharri ghasiqin itha waqaba
Translation: Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas,
وَمِن شَرِّ ٱلنَّفَّـٰثَٰتِ فِي ٱلۡعُقَدِ ﴿4﴾وَمِن شَرِّ ٱلنَّفَّـٰثَٰتِ فِي ٱلۡعُقَدِ
Transliteration: Wamin sharri alnnaffathati fee alAAuqadi
Translation: Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas,
وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ ﴿5﴾وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ
Transliteration: Wamin sharri hasidin itha hasada
Translation: Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download