ٱلۡحَآقَّةُ ﴿1﴾ٱلۡحَآقَّةُ
Transliteration: Alhaqqatu
Translation: Mirkaneessituun,
ٱلۡحَآقَّةُ ﴿1﴾ٱلۡحَآقَّةُ
Transliteration: Alhaqqatu
Translation: Mirkaneessituun,
مَا ٱلۡحَآقَّةُ ﴿2﴾مَا ٱلۡحَآقَّةُ
Transliteration: Ma alhaqqatu
Translation: Mirkaneessituttiin maali?
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحَآقَّةُ ﴿3﴾وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحَآقَّةُ
Transliteration: Wama adraka ma alhaqqatu
Translation: Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise?!
كَذَّبَتۡ ثَمُودُ وَعَادُۢ بِٱلۡقَارِعَةِ ﴿4﴾كَذَّبَتۡ ثَمُودُ وَعَادُۢ بِٱلۡقَارِعَةِ
Transliteration: Kaththabat thamoodu waAAadun bialqariAAati
Translation: (Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru.
فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهۡلِكُواْ بِٱلطَّاغِيَةِ ﴿5﴾فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهۡلِكُواْ بِٱلطَّاغِيَةِ
Transliteration: Faamma thamoodu faohlikoo bialttaghiyati
Translation: Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
وَأَمَّا عَادٞ فَأُهۡلِكُواْ بِرِيحٖ صَرۡصَرٍ عَاتِيَةٖ ﴿6﴾وَأَمَّا عَادٞ فَأُهۡلِكُواْ بِرِيحٖ صَرۡصَرٍ عَاتِيَةٖ
Transliteration: Waamma AAadun faohlikoo bireehin sarsarin AAatiyatin
Translation: Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman.
سَخَّرَهَا عَلَيۡهِمۡ سَبۡعَ لَيَالٖ وَثَمَٰنِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومٗاۖ فَتَرَى ٱلۡقَوۡمَ فِيهَا صَرۡعَىٰ كَأَنَّهُمۡ أَعۡجَازُ نَخۡلٍ خَاوِيَةٖ ﴿7﴾سَخَّرَهَا عَلَيۡهِمۡ سَبۡعَ لَيَالٖ وَثَمَٰنِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومٗاۖ فَتَرَى ٱلۡقَوۡمَ فِيهَا صَرۡعَىٰ كَأَنَّهُمۡ أَعۡجَازُ نَخۡلٍ خَاوِيَةٖ
Transliteration: Sakhkharaha AAalayhim sabAAa layalin wathamaniyata ayyamin husooman fatara alqawma feeha sarAAa kaannahum aAAjazu nakhlin khawiyatun
Translation: Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
فَهَلۡ تَرَىٰ لَهُم مِّنۢ بَاقِيَةٖ ﴿8﴾فَهَلۡ تَرَىٰ لَهُم مِّنۢ بَاقِيَةٖ
Transliteration: Fahal tara lahum min baqiyatin
Translation: Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa?
وَجَآءَ فِرۡعَوۡنُ وَمَن قَبۡلَهُۥ وَٱلۡمُؤۡتَفِكَٰتُ بِٱلۡخَاطِئَةِ ﴿9﴾وَجَآءَ فِرۡعَوۡنُ وَمَن قَبۡلَهُۥ وَٱلۡمُؤۡتَفِكَٰتُ بِٱلۡخَاطِئَةِ
Transliteration: Wajaa firAAawnu waman qablahu waalmutafikatu bialkhatiati
Translation: Fir'awn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan.
فَعَصَوۡاْ رَسُولَ رَبِّهِمۡ فَأَخَذَهُمۡ أَخۡذَةٗ رَّابِيَةً ﴿10﴾فَعَصَوۡاْ رَسُولَ رَبِّهِمۡ فَأَخَذَهُمۡ أَخۡذَةٗ رَّابِيَةً
Transliteration: FaAAasaw rasoola rabbihim faakhathahum akhthatan rabiyatan
Translation: Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe.
إِنَّا لَمَّا طَغَا ٱلۡمَآءُ حَمَلۡنَٰكُمۡ فِي ٱلۡجَارِيَةِ ﴿11﴾إِنَّا لَمَّا طَغَا ٱلۡمَآءُ حَمَلۡنَٰكُمۡ فِي ٱلۡجَارِيَةِ
Transliteration: Inna lamma tagha almao hamalnakum fee aljariyati
Translation: Nuti yeroo bishaan daangaa dabru doonii keessatti isin baanne.
لِنَجۡعَلَهَا لَكُمۡ تَذۡكِرَةٗ وَتَعِيَهَآ أُذُنٞ وَٰعِيَةٞ ﴿12﴾لِنَجۡعَلَهَا لَكُمۡ تَذۡكِرَةٗ وَتَعِيَهَآ أُذُنٞ وَٰعِيَةٞ
Transliteration: LinajAAalaha lakum tathkiratan wataAAiyaha othunun waAAiyatun
Translation: Akka ishee isiniif gorsa goonuufi gurri waa hubattus akka ishee hubattuuf (kana goone)
فَإِذَا نُفِخَ فِي ٱلصُّورِ نَفۡخَةٞ وَٰحِدَةٞ ﴿13﴾فَإِذَا نُفِخَ فِي ٱلصُّورِ نَفۡخَةٞ وَٰحِدَةٞ
Transliteration: Faitha nufikha fee alssoori nafkhatun wahidatun
Translation: Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte,
وَحُمِلَتِ ٱلۡأَرۡضُ وَٱلۡجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةٗ وَٰحِدَةٗ ﴿14﴾وَحُمِلَتِ ٱلۡأَرۡضُ وَٱلۡجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةٗ وَٰحِدَةٗ
Transliteration: Wahumilati alardu waaljibalu fadukkata dakkatan wahidatan
Translation: Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban,
فَيَوۡمَئِذٖ وَقَعَتِ ٱلۡوَاقِعَةُ ﴿15﴾فَيَوۡمَئِذٖ وَقَعَتِ ٱلۡوَاقِعَةُ
Transliteration: Fayawmaithin waqaAAati alwaqiAAatu
Translation: Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti.
وَٱنشَقَّتِ ٱلسَّمَآءُ فَهِيَ يَوۡمَئِذٖ وَاهِيَةٞ ﴿16﴾وَٱنشَقَّتِ ٱلسَّمَآءُ فَهِيَ يَوۡمَئِذٖ وَاهِيَةٞ
Transliteration: Wainshaqqati alssamao fahiya yawmaithin wahiyatun
Translation: Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha.
وَٱلۡمَلَكُ عَلَىٰٓ أَرۡجَآئِهَاۚ وَيَحۡمِلُ عَرۡشَ رَبِّكَ فَوۡقَهُمۡ يَوۡمَئِذٖ ثَمَٰنِيَةٞ ﴿17﴾وَٱلۡمَلَكُ عَلَىٰٓ أَرۡجَآئِهَاۚ وَيَحۡمِلُ عَرۡشَ رَبِّكَ فَوۡقَهُمۡ يَوۡمَئِذٖ ثَمَٰنِيَةٞ
Transliteration: Waalmalaku AAala arjaiha wayahmilu AAarsha rabbika fawqahum yawmaithin thamaniyatun
Translation: Maleeykonnis daangawwan ishee irratti ta'uArshii Gooftaa keetiis guyyaa san (maleeykota) saddeettu gubbaa isaaniitti baadhatu.
يَوۡمَئِذٖ تُعۡرَضُونَ لَا تَخۡفَىٰ مِنكُمۡ خَافِيَةٞ ﴿18﴾يَوۡمَئِذٖ تُعۡرَضُونَ لَا تَخۡفَىٰ مِنكُمۡ خَافِيَةٞ
Transliteration: Yawmaithin tuAAradoona la takhfa minkum khafiyatun
Translation: Guyyaa san (murtiidhaaf) ni dhiyeeffamtuu, (iccitiin) dhokattuun isin irraa taate hin dhokattu.
فَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ بِيَمِينِهِۦ فَيَقُولُ هَآؤُمُ ٱقۡرَءُواْ كِتَٰبِيَهۡ ﴿19﴾فَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ بِيَمِينِهِۦ فَيَقُولُ هَآؤُمُ ٱقۡرَءُواْ كِتَٰبِيَهۡ
Transliteration: Faamma man ootiya kitabahu biyameenihi fayaqoolu haomu iqraoo kitabiyah
Translation: Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa.
إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَٰقٍ حِسَابِيَهۡ ﴿20﴾إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَٰقٍ حِسَابِيَهۡ
Transliteration: Innee thanantu annee mulaqin hisabiyah
Translation: Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ ﴿21﴾فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ
Transliteration: Fahuwa fee AAeeshatin radiyatin
Translation: Innis jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.
فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٖ ﴿22﴾فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٖ
Transliteration: Fee jannatin AAaliyatin
Translation: Jannata ol fuudhamtuu keessa (ta'a).
قُطُوفُهَا دَانِيَةٞ ﴿23﴾قُطُوفُهَا دَانِيَةٞ
Transliteration: Qutoofuha daniyatun
Translation: Kan firiiwwan ishee dhihoo ta'an;
كُلُواْ وَٱشۡرَبُواْ هَنِيٓـَٔۢا بِمَآ أَسۡلَفۡتُمۡ فِي ٱلۡأَيَّامِ ٱلۡخَالِيَةِ ﴿24﴾كُلُواْ وَٱشۡرَبُواْ هَنِيٓـَٔۢا بِمَآ أَسۡلَفۡتُمۡ فِي ٱلۡأَيَّامِ ٱلۡخَالِيَةِ
Transliteration: Kuloo waishraboo haneean bima aslaftum fee alayyami alkhaliyati
Translation: "Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama).
وَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ بِشِمَالِهِۦ فَيَقُولُ يَٰلَيۡتَنِي لَمۡ أُوتَ كِتَٰبِيَهۡ ﴿25﴾وَأَمَّا مَنۡ أُوتِيَ كِتَٰبَهُۥ بِشِمَالِهِۦ فَيَقُولُ يَٰلَيۡتَنِي لَمۡ أُوتَ كِتَٰبِيَهۡ
Transliteration: Waamma man ootiya kitabahu bishimalihi fayaqoolu ya laytanee lam oota kitabiyah
Translation: Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee.
وَلَمۡ أَدۡرِ مَا حِسَابِيَهۡ ﴿26﴾وَلَمۡ أَدۡرِ مَا حِسَابِيَهۡ
Transliteration: Walam adri ma hisabiyah
Translation: Qormaanni kiyya maal akka ta'es (odoon) beekuu hafee.
يَٰلَيۡتَهَا كَانَتِ ٱلۡقَاضِيَةَ ﴿27﴾يَٰلَيۡتَهَا كَانَتِ ٱلۡقَاضِيَةَ
Transliteration: Ya laytaha kanati alqadiyatu
Translation: Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa!
مَآ أَغۡنَىٰ عَنِّي مَالِيَهۡۜ ﴿28﴾مَآ أَغۡنَىٰ عَنِّي مَالِيَهۡۜ
Transliteration: Ma aghna AAannee maliyah
Translation: Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne).
هَلَكَ عَنِّي سُلۡطَٰنِيَهۡ ﴿29﴾هَلَكَ عَنِّي سُلۡطَٰنِيَهۡ
Transliteration: Halaka AAannee sultaniyah
Translation: Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha).
خُذُوهُ فَغُلُّوهُ ﴿30﴾خُذُوهُ فَغُلُّوهُ
Transliteration: Khuthoohu faghulloohu
Translation: Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa).
ثُمَّ ٱلۡجَحِيمَ صَلُّوهُ ﴿31﴾ثُمَّ ٱلۡجَحِيمَ صَلُّوهُ
Transliteration: Thumma aljaheema salloohu
Translation: Ergasii ibidda isa seensisaa
ثُمَّ فِي سِلۡسِلَةٖ ذَرۡعُهَا سَبۡعُونَ ذِرَاعٗا فَٱسۡلُكُوهُ ﴿32﴾ثُمَّ فِي سِلۡسِلَةٖ ذَرۡعُهَا سَبۡعُونَ ذِرَاعٗا فَٱسۡلُكُوهُ
Transliteration: Thumma fee silsilatin tharAAuha sabAAoona thiraAAan faoslukoohu
Translation: Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama ta'e keessa isa seensisaa.
إِنَّهُۥ كَانَ لَا يُؤۡمِنُ بِٱللَّهِ ٱلۡعَظِيمِ ﴿33﴾إِنَّهُۥ كَانَ لَا يُؤۡمِنُ بِٱللَّهِ ٱلۡعَظِيمِ
Transliteration: Innahu kana la yuminu biAllahi alAAatheemi
Translation: Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture.
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ ﴿34﴾وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ
Transliteration: Wala yahuddu AAala taAAami almiskeeni
Translation: Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture.
فَلَيۡسَ لَهُ ٱلۡيَوۡمَ هَٰهُنَا حَمِيمٞ ﴿35﴾فَلَيۡسَ لَهُ ٱلۡيَوۡمَ هَٰهُنَا حَمِيمٞ
Transliteration: Falaysa lahu alyawma hahuna hameemun
Translation: Har’a asitti firri isaaf hin jiru.
وَلَا طَعَامٌ إِلَّا مِنۡ غِسۡلِينٖ ﴿36﴾وَلَا طَعَامٌ إِلَّا مِنۡ غِسۡلِينٖ
Transliteration: Wala taAAamun illa min ghisleenin
Translation: Nyaannis malaa (warra ibiddaa) irraa malee hin jiru.
لَّا يَأۡكُلُهُۥٓ إِلَّا ٱلۡخَٰطِـُٔونَ ﴿37﴾لَّا يَأۡكُلُهُۥٓ إِلَّا ٱلۡخَٰطِـُٔونَ
Transliteration: La yakuluhu illa alkhatioona
Translation: Warra dilaawoo malee isa hin nyaatu.
فَلَآ أُقۡسِمُ بِمَا تُبۡصِرُونَ ﴿38﴾فَلَآ أُقۡسِمُ بِمَا تُبۡصِرُونَ
Transliteration: Fala oqsimu bima tubsiroona
Translation: Waan isin argitaniinis niin kakadha.
وَمَا لَا تُبۡصِرُونَ ﴿39﴾وَمَا لَا تُبۡصِرُونَ
Transliteration: Wama la tubsiroona
Translation: Waan isin hin argineenis (niin kakadha).
إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٖ كَرِيمٖ ﴿40﴾إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٖ كَرِيمٖ
Transliteration: Innahu laqawlu rasoolin kareemin
Translation: Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha ergamaa kabajamaati.
وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَاعِرٖۚ قَلِيلٗا مَّا تُؤۡمِنُونَ ﴿41﴾وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَاعِرٖۚ قَلِيلٗا مَّا تُؤۡمِنُونَ
Transliteration: Wama huwa biqawli shaAAirin qaleelan ma tuminoona
Translation: Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu.
وَلَا بِقَوۡلِ كَاهِنٖۚ قَلِيلٗا مَّا تَذَكَّرُونَ ﴿42﴾وَلَا بِقَوۡلِ كَاهِنٖۚ قَلِيلٗا مَّا تَذَكَّرُونَ
Transliteration: Wala biqawli kahinin qaleelan ma tathakkaroona
Translation: Jecha raagaatiis miti; xiqqoo malee hin gorfamtanu.
تَنزِيلٞ مِّن رَّبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ﴿43﴾تَنزِيلٞ مِّن رَّبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ
Transliteration: Tanzeelun min rabbi alAAalameena
Translation: Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha.
وَلَوۡ تَقَوَّلَ عَلَيۡنَا بَعۡضَ ٱلۡأَقَاوِيلِ ﴿44﴾وَلَوۡ تَقَوَّلَ عَلَيۡنَا بَعۡضَ ٱلۡأَقَاوِيلِ
Transliteration: Walaw taqawwala AAalayna baAAda alaqaweeli
Translation: Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee,
لَأَخَذۡنَا مِنۡهُ بِٱلۡيَمِينِ ﴿45﴾لَأَخَذۡنَا مِنۡهُ بِٱلۡيَمِينِ
Transliteration: Laakhathna minhu bialyameeni
Translation: Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre.
ثُمَّ لَقَطَعۡنَا مِنۡهُ ٱلۡوَتِينَ ﴿46﴾ثُمَّ لَقَطَعۡنَا مِنۡهُ ٱلۡوَتِينَ
Transliteration: Thumma laqataAAna minhu alwateena
Translation: Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre.
فَمَا مِنكُم مِّنۡ أَحَدٍ عَنۡهُ حَٰجِزِينَ ﴿47﴾فَمَا مِنكُم مِّنۡ أَحَدٍ عَنۡهُ حَٰجِزِينَ
Transliteration: Fama minkum min ahadin AAanhu hajizeena
Translation: Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru.
وَإِنَّهُۥ لَتَذۡكِرَةٞ لِّلۡمُتَّقِينَ ﴿48﴾وَإِنَّهُۥ لَتَذۡكِرَةٞ لِّلۡمُتَّقِينَ
Transliteration: Wainnahu latathkiratun lilmuttaqeena
Translation: Innis (Qur'aanni) warra Rabbiin sodaataniif gorsa.
وَإِنَّا لَنَعۡلَمُ أَنَّ مِنكُم مُّكَذِّبِينَ ﴿49﴾وَإِنَّا لَنَعۡلَمُ أَنَّ مِنكُم مُّكَذِّبِينَ
Transliteration: Wainna lanaAAlamu anna minkum mukaththibeena
Translation: Dhugumatti isin irraa namoonni (Qur'aana) sobsiisan akka jiran Nuti ni beekna.
وَإِنَّهُۥ لَحَسۡرَةٌ عَلَى ٱلۡكَٰفِرِينَ ﴿50﴾وَإِنَّهُۥ لَحَسۡرَةٌ عَلَى ٱلۡكَٰفِرِينَ
Transliteration: Wainnahu lahasratun AAala alkafireena
Translation: Inni (Qur'aanni) kaafiroota irratti gaabbiidha.
وَإِنَّهُۥ لَحَقُّ ٱلۡيَقِينِ ﴿51﴾وَإِنَّهُۥ لَحَقُّ ٱلۡيَقِينِ
Transliteration: Wainnahu lahaqqu alyaqeeni
Translation: Dhugumatti, inni (Qur'aanni) dhugaa mirkanaa’aadha.
فَسَبِّحۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلۡعَظِيمِ ﴿52﴾فَسَبِّحۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلۡعَظِيمِ
Transliteration: Fasabbih biismi rabbika alAAatheemi
Translation: Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download