وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَغۡشَىٰ ﴿1﴾وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَغۡشَىٰ
Transliteration: Waallayli itha yaghsha
Translation: Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge.
وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَغۡشَىٰ ﴿1﴾وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَغۡشَىٰ
Transliteration: Waallayli itha yaghsha
Translation: Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge.
وَٱلنَّهَارِ إِذَا تَجَلَّىٰ ﴿2﴾وَٱلنَّهَارِ إِذَا تَجَلَّىٰ
Transliteration: Waalnnahari itha tajalla
Translation: Guyyaanis yeroo inni mul'ate;
وَمَا خَلَقَ ٱلذَّكَرَ وَٱلۡأُنثَىٰٓ ﴿3﴾وَمَا خَلَقَ ٱلذَّكَرَ وَٱلۡأُنثَىٰٓ
Transliteration: Wama khalaqa alththakara waalontha
Translation: Isa kormaafi dhalaa uumeenis;
إِنَّ سَعۡيَكُمۡ لَشَتَّىٰ ﴿4﴾إِنَّ سَعۡيَكُمۡ لَشَتَّىٰ
Transliteration: Inna saAAyakum lashatta
Translation: Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba).
فَأَمَّا مَنۡ أَعۡطَىٰ وَٱتَّقَىٰ ﴿5﴾فَأَمَّا مَنۡ أَعۡطَىٰ وَٱتَّقَىٰ
Transliteration: Faamma man aAAta waittaqa
Translation: Namni kennatee Rabbiin sodaate,
وَصَدَّقَ بِٱلۡحُسۡنَىٰ ﴿6﴾وَصَدَّقَ بِٱلۡحُسۡنَىٰ
Transliteration: Wasaddaqa bialhusna
Translation: Islaamummaas dhugoomse,
فَسَنُيَسِّرُهُۥ لِلۡيُسۡرَىٰ ﴿7﴾فَسَنُيَسِّرُهُۥ لِلۡيُسۡرَىٰ
Transliteration: Fasanuyassiruhu lilyusra
Translation: (Karaa) laaftuuf isa laaffisuuf jirra.
وَأَمَّا مَنۢ بَخِلَ وَٱسۡتَغۡنَىٰ ﴿8﴾وَأَمَّا مَنۢ بَخِلَ وَٱسۡتَغۡنَىٰ
Transliteration: Waamma man bakhila waistaghna
Translation: Nama don’oomee of ga’e,
وَكَذَّبَ بِٱلۡحُسۡنَىٰ ﴿9﴾وَكَذَّبَ بِٱلۡحُسۡنَىٰ
Transliteration: Wakaththaba bialhusna
Translation: Islaamummaa sobsiise immoo,
فَسَنُيَسِّرُهُۥ لِلۡعُسۡرَىٰ ﴿10﴾فَسَنُيَسِّرُهُۥ لِلۡعُسۡرَىٰ
Transliteration: Fasanuyassiruhu lilAAusra
Translation: (Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra.
وَمَا يُغۡنِي عَنۡهُ مَالُهُۥٓ إِذَا تَرَدَّىٰٓ ﴿11﴾وَمَا يُغۡنِي عَنۡهُ مَالُهُۥٓ إِذَا تَرَدَّىٰٓ
Transliteration: Wama yughnee AAanhu maluhu itha taradda
Translation: Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu.
إِنَّ عَلَيۡنَا لَلۡهُدَىٰ ﴿12﴾إِنَّ عَلَيۡنَا لَلۡهُدَىٰ
Transliteration: Inna AAalayna lalhuda
Translation: Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mul'isuun) Nurra jira.
وَإِنَّ لَنَا لَلۡأٓخِرَةَ وَٱلۡأُولَىٰ ﴿13﴾وَإِنَّ لَنَا لَلۡأٓخِرَةَ وَٱلۡأُولَىٰ
Transliteration: Wainna lana lalakhirata waaloola
Translation: Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya.
فَأَنذَرۡتُكُمۡ نَارٗا تَلَظَّىٰ ﴿14﴾فَأَنذَرۡتُكُمۡ نَارٗا تَلَظَّىٰ
Transliteration: Faanthartukum naran talaththa
Translation: Ibidda qabsiifamaa ta'e isin sodaachise.
لَا يَصۡلَىٰهَآ إِلَّا ٱلۡأَشۡقَى ﴿15﴾لَا يَصۡلَىٰهَآ إِلَّا ٱلۡأَشۡقَى
Transliteration: La yaslaha illa alashqa
Translation: Hoonga’aa malee ishee hin seenu.
ٱلَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ ﴿16﴾ٱلَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Transliteration: Allathee kaththaba watawalla
Translation: Kan sobsiisee gara gale (malee).
وَسَيُجَنَّبُهَا ٱلۡأَتۡقَى ﴿17﴾وَسَيُجَنَّبُهَا ٱلۡأَتۡقَى
Transliteration: Wasayujannabuha alatqa
Translation: Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira.
ٱلَّذِي يُؤۡتِي مَالَهُۥ يَتَزَكَّىٰ ﴿18﴾ٱلَّذِي يُؤۡتِي مَالَهُۥ يَتَزَكَّىٰ
Transliteration: Allathee yutee malahu yatazakka
Translation: Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
وَمَا لِأَحَدٍ عِندَهُۥ مِن نِّعۡمَةٖ تُجۡزَىٰٓ ﴿19﴾وَمَا لِأَحَدٍ عِندَهُۥ مِن نِّعۡمَةٖ تُجۡزَىٰٓ
Transliteration: Wama liahadin AAindahu min niAAmatin tujza
Translation: Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu).
إِلَّا ٱبۡتِغَآءَ وَجۡهِ رَبِّهِ ٱلۡأَعۡلَىٰ ﴿20﴾إِلَّا ٱبۡتِغَآءَ وَجۡهِ رَبِّهِ ٱلۡأَعۡلَىٰ
Transliteration: Illa ibtighaa wajhi rabbihi alaAAla
Translation: Fuula Gooftaa isaa ol aanaa ta'e barbaachaaf malee (hin kennu).
وَلَسَوۡفَ يَرۡضَىٰ ﴿21﴾وَلَسَوۡفَ يَرۡضَىٰ
Transliteration: Walasawfa yarda
Translation: Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download