ٱلرَّحۡمَٰنُ ﴿1﴾ٱلرَّحۡمَٰنُ
Transliteration: Alrrahmanu
Translation: Ar-Rahmaan.
ٱلرَّحۡمَٰنُ ﴿1﴾ٱلرَّحۡمَٰنُ
Transliteration: Alrrahmanu
Translation: Ar-Rahmaan.
عَلَّمَ ٱلۡقُرۡءَانَ ﴿2﴾عَلَّمَ ٱلۡقُرۡءَانَ
Transliteration: AAallama alqurana
Translation: Qur’aana barsiise.
خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ ﴿3﴾خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ
Transliteration: Khalaqa alinsana
Translation: Nama ni uume.
عَلَّمَهُ ٱلۡبَيَانَ ﴿4﴾عَلَّمَهُ ٱلۡبَيَانَ
Transliteration: AAallamahu albayana
Translation: Haasa’a isa barsiise.
ٱلشَّمۡسُ وَٱلۡقَمَرُ بِحُسۡبَانٖ ﴿5﴾ٱلشَّمۡسُ وَٱلۡقَمَرُ بِحُسۡبَانٖ
Transliteration: Alshshamsu waalqamaru bihusbanin
Translation: Aduufi jiini qixa murtaa’een deemu.
وَٱلنَّجۡمُ وَٱلشَّجَرُ يَسۡجُدَانِ ﴿6﴾وَٱلنَّجۡمُ وَٱلشَّجَرُ يَسۡجُدَانِ
Transliteration: Waalnnajmu waalshshajaru yasjudani
Translation: Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu.
وَٱلسَّمَآءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ ٱلۡمِيزَانَ ﴿7﴾وَٱلسَّمَآءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ ٱلۡمِيزَانَ
Transliteration: Waalssamaa rafaAAaha wawadaAAa almeezana
Translation: Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye.
أَلَّا تَطۡغَوۡاْ فِي ٱلۡمِيزَانِ ﴿8﴾أَلَّا تَطۡغَوۡاْ فِي ٱلۡمِيزَانِ
Transliteration: Alla tatghaw fee almeezani
Translation: Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha.
وَأَقِيمُواْ ٱلۡوَزۡنَ بِٱلۡقِسۡطِ وَلَا تُخۡسِرُواْ ٱلۡمِيزَانَ ﴿9﴾وَأَقِيمُواْ ٱلۡوَزۡنَ بِٱلۡقِسۡطِ وَلَا تُخۡسِرُواْ ٱلۡمِيزَانَ
Transliteration: Waaqeemoo alwazna bialqisti wala tukhsiroo almeezana
Translation: Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa.
وَٱلۡأَرۡضَ وَضَعَهَا لِلۡأَنَامِ ﴿10﴾وَٱلۡأَرۡضَ وَضَعَهَا لِلۡأَنَامِ
Transliteration: Waalarda wadaAAaha lilanami
Translation: Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye.
فِيهَا فَٰكِهَةٞ وَٱلنَّخۡلُ ذَاتُ ٱلۡأَكۡمَامِ ﴿11﴾فِيهَا فَٰكِهَةٞ وَٱلنَّخۡلُ ذَاتُ ٱلۡأَكۡمَامِ
Transliteration: Feeha fakihatun waalnnakhlu thatu alakmami
Translation: Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira.
وَٱلۡحَبُّ ذُو ٱلۡعَصۡفِ وَٱلرَّيۡحَانُ ﴿12﴾وَٱلۡحَبُّ ذُو ٱلۡعَصۡفِ وَٱلرَّيۡحَانُ
Transliteration: Waalhabbu thoo alAAasfi waalrrayhani
Translation: Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿13﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِن صَلۡصَٰلٖ كَٱلۡفَخَّارِ ﴿14﴾خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِن صَلۡصَٰلٖ كَٱلۡفَخَّارِ
Transliteration: Khalaqa alinsana min salsalin kaalfakhkhari
Translation: (Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume.
وَخَلَقَ ٱلۡجَآنَّ مِن مَّارِجٖ مِّن نَّارٖ ﴿15﴾وَخَلَقَ ٱلۡجَآنَّ مِن مَّارِجٖ مِّن نَّارٖ
Transliteration: Wakhalaqa aljanna min marijin min narin
Translation: Sheyxaana immoo boba’aa ibiddaa kan aara hin qabne irraa uume.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿16﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
رَبُّ ٱلۡمَشۡرِقَيۡنِ وَرَبُّ ٱلۡمَغۡرِبَيۡنِ ﴿17﴾رَبُّ ٱلۡمَشۡرِقَيۡنِ وَرَبُّ ٱلۡمَغۡرِبَيۡنِ
Transliteration: Rabbu almashriqayni warabbu almaghribayni
Translation: (Rabbiin) Gooftaa baha lamaaniifi Gooftaa dhiha lamaaniiti.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿18﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
مَرَجَ ٱلۡبَحۡرَيۡنِ يَلۡتَقِيَانِ ﴿19﴾مَرَجَ ٱلۡبَحۡرَيۡنِ يَلۡتَقِيَانِ
Transliteration: Maraja albahrayni yaltaqiyani
Translation: Galaanota lamaan kan wal qunnaman taasisee gadi lakkise.
بَيۡنَهُمَا بَرۡزَخٞ لَّا يَبۡغِيَانِ ﴿20﴾بَيۡنَهُمَا بَرۡزَخٞ لَّا يَبۡغِيَانِ
Transliteration: Baynahuma barzakhun la yabghiyani
Translation: Gidduu isaanii dahootu jira; walitti hin makamanu.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿21﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
يَخۡرُجُ مِنۡهُمَا ٱللُّؤۡلُؤُ وَٱلۡمَرۡجَانُ ﴿22﴾يَخۡرُجُ مِنۡهُمَا ٱللُّؤۡلُؤُ وَٱلۡمَرۡجَانُ
Transliteration: Yakhruju minhuma alluluo waalmarjanu
Translation: Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿23﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
وَلَهُ ٱلۡجَوَارِ ٱلۡمُنشَـَٔاتُ فِي ٱلۡبَحۡرِ كَٱلۡأَعۡلَٰمِ ﴿24﴾وَلَهُ ٱلۡجَوَارِ ٱلۡمُنشَـَٔاتُ فِي ٱلۡبَحۡرِ كَٱلۡأَعۡلَٰمِ
Transliteration: Walahu aljawari almunshaatu fee albahri kaalaAAlami
Translation: Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿25﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
كُلُّ مَنۡ عَلَيۡهَا فَانٖ ﴿26﴾كُلُّ مَنۡ عَلَيۡهَا فَانٖ
Transliteration: Kullu man AAalayha fanin
Translation: Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama.
وَيَبۡقَىٰ وَجۡهُ رَبِّكَ ذُو ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ ﴿27﴾وَيَبۡقَىٰ وَجۡهُ رَبِّكَ ذُو ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ
Transliteration: Wayabqa wajhu rabbika thoo aljalali waalikrami
Translation: Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿28﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
يَسۡـَٔلُهُۥ مَن فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ كُلَّ يَوۡمٍ هُوَ فِي شَأۡنٖ ﴿29﴾يَسۡـَٔلُهُۥ مَن فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ كُلَّ يَوۡمٍ هُوَ فِي شَأۡنٖ
Transliteration: Yasaluhu man fee alssamawati waalardi kulla yawmin huwa fee shanin
Translation: Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿30﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
سَنَفۡرُغُ لَكُمۡ أَيُّهَ ٱلثَّقَلَانِ ﴿31﴾سَنَفۡرُغُ لَكُمۡ أَيُّهَ ٱلثَّقَلَانِ
Transliteration: Sanafrughu lakum ayyuha alththaqalani
Translation: Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿32﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
يَٰمَعۡشَرَ ٱلۡجِنِّ وَٱلۡإِنسِ إِنِ ٱسۡتَطَعۡتُمۡ أَن تَنفُذُواْ مِنۡ أَقۡطَارِ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ فَٱنفُذُواْۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلۡطَٰنٖ ﴿33﴾يَٰمَعۡشَرَ ٱلۡجِنِّ وَٱلۡإِنسِ إِنِ ٱسۡتَطَعۡتُمۡ أَن تَنفُذُواْ مِنۡ أَقۡطَارِ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ فَٱنفُذُواْۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلۡطَٰنٖ
Transliteration: Ya maAAshara aljinni waalinsi ini istataAAtum an tanfuthoo min aqtari alssamawati waalardi faonfuthoo la tanfuthoona illa bisultanin
Translation: Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿34﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
يُرۡسَلُ عَلَيۡكُمَا شُوَاظٞ مِّن نَّارٖ وَنُحَاسٞ فَلَا تَنتَصِرَانِ ﴿35﴾يُرۡسَلُ عَلَيۡكُمَا شُوَاظٞ مِّن نَّارٖ وَنُحَاسٞ فَلَا تَنتَصِرَانِ
Transliteration: Yursalu AAalaykuma shuwathun min narin wanuhasun fala tantasirani
Translation: Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿36﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فَإِذَا ٱنشَقَّتِ ٱلسَّمَآءُ فَكَانَتۡ وَرۡدَةٗ كَٱلدِّهَانِ ﴿37﴾فَإِذَا ٱنشَقَّتِ ٱلسَّمَآءُ فَكَانَتۡ وَرۡدَةٗ كَٱلدِّهَانِ
Transliteration: Faitha inshaqqati alssamao fakanat wardatan kaalddihani
Translation: Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿38﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فَيَوۡمَئِذٖ لَّا يُسۡـَٔلُ عَن ذَنۢبِهِۦٓ إِنسٞ وَلَا جَآنّٞ ﴿39﴾فَيَوۡمَئِذٖ لَّا يُسۡـَٔلُ عَن ذَنۢبِهِۦٓ إِنسٞ وَلَا جَآنّٞ
Transliteration: Fayawmaithin la yusalu AAan thanbihi insun wala jannun
Translation: Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿40﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
يُعۡرَفُ ٱلۡمُجۡرِمُونَ بِسِيمَٰهُمۡ فَيُؤۡخَذُ بِٱلنَّوَٰصِي وَٱلۡأَقۡدَامِ ﴿41﴾يُعۡرَفُ ٱلۡمُجۡرِمُونَ بِسِيمَٰهُمۡ فَيُؤۡخَذُ بِٱلنَّوَٰصِي وَٱلۡأَقۡدَامِ
Transliteration: YuAArafu almujrimoona biseemahum fayukhathu bialnnawasee waalaqdami
Translation: Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿42﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
هَٰذِهِۦ جَهَنَّمُ ٱلَّتِي يُكَذِّبُ بِهَا ٱلۡمُجۡرِمُونَ ﴿43﴾هَٰذِهِۦ جَهَنَّمُ ٱلَّتِي يُكَذِّبُ بِهَا ٱلۡمُجۡرِمُونَ
Transliteration: Hathihi jahannamu allatee yukaththibu biha almujrimoona
Translation: “Kun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama).
يَطُوفُونَ بَيۡنَهَا وَبَيۡنَ حَمِيمٍ ءَانٖ ﴿44﴾يَطُوفُونَ بَيۡنَهَا وَبَيۡنَ حَمِيمٍ ءَانٖ
Transliteration: Yatoofoona baynaha wabayna hameemin anin
Translation: Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿45﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
وَلِمَنۡ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِۦ جَنَّتَانِ ﴿46﴾وَلِمَنۡ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِۦ جَنَّتَانِ
Transliteration: Waliman khafa maqama rabbihi jannatani
Translation: Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿47﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
ذَوَاتَآ أَفۡنَانٖ ﴿48﴾ذَوَاتَآ أَفۡنَانٖ
Transliteration: Thawata afnanin
Translation: Kan dameewwan dhedheeroo qaban
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿49﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِمَا عَيۡنَانِ تَجۡرِيَانِ ﴿50﴾فِيهِمَا عَيۡنَانِ تَجۡرِيَانِ
Transliteration: Feehima AAaynani tajriyani
Translation: Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿51﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِمَا مِن كُلِّ فَٰكِهَةٖ زَوۡجَانِ ﴿52﴾فِيهِمَا مِن كُلِّ فَٰكِهَةٖ زَوۡجَانِ
Transliteration: Feehima min kulli fakihatin zawjani
Translation: Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿53﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ فُرُشِۭ بَطَآئِنُهَا مِنۡ إِسۡتَبۡرَقٖۚ وَجَنَى ٱلۡجَنَّتَيۡنِ دَانٖ ﴿54﴾مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ فُرُشِۭ بَطَآئِنُهَا مِنۡ إِسۡتَبۡرَقٖۚ وَجَنَى ٱلۡجَنَّتَيۡنِ دَانٖ
Transliteration: Muttakieena AAala furushin batainuha min istabraqin wajana aljannatayni danin
Translation: Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’uFuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿55﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِنَّ قَٰصِرَٰتُ ٱلطَّرۡفِ لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٞ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنّٞ ﴿56﴾فِيهِنَّ قَٰصِرَٰتُ ٱلطَّرۡفِ لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٞ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنّٞ
Transliteration: Feehinna qasiratu alttarfi lam yatmithhunna insun qablahum wala jannun
Translation: Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii dhirsa isaanii irratti gabaabsan, kan san dura namniifi jinniin hin tuqintu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿57﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
كَأَنَّهُنَّ ٱلۡيَاقُوتُ وَٱلۡمَرۡجَانُ ﴿58﴾كَأَنَّهُنَّ ٱلۡيَاقُوتُ وَٱلۡمَرۡجَانُ
Transliteration: Kaannahunna alyaqootu waalmarjanu
Translation: Faayaafi burjaana fakkaatu.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿59﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
هَلۡ جَزَآءُ ٱلۡإِحۡسَٰنِ إِلَّا ٱلۡإِحۡسَٰنُ ﴿60﴾هَلۡ جَزَآءُ ٱلۡإِحۡسَٰنِ إِلَّا ٱلۡإِحۡسَٰنُ
Transliteration: Hal jazao alihsani illa alihsanu
Translation: Sila mindaan toltuu toltuu malee ni jiraa?
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿61﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
وَمِن دُونِهِمَا جَنَّتَانِ ﴿62﴾وَمِن دُونِهِمَا جَنَّتَانِ
Transliteration: Wamin doonihima jannatani
Translation: Isaan lamaan malees jannata lamaatu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿63﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
مُدۡهَآمَّتَانِ ﴿64﴾مُدۡهَآمَّتَانِ
Transliteration: Mudhammatani
Translation: Magariisa gurraacha’aadha
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿65﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِمَا عَيۡنَانِ نَضَّاخَتَانِ ﴿66﴾فِيهِمَا عَيۡنَانِ نَضَّاخَتَانِ
Transliteration: Feehima AAaynani naddakhatani
Translation: Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿67﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِمَا فَٰكِهَةٞ وَنَخۡلٞ وَرُمَّانٞ ﴿68﴾فِيهِمَا فَٰكِهَةٞ وَنَخۡلٞ وَرُمَّانٞ
Transliteration: Feehima fakihatun wanakhlun warummanun
Translation: Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿69﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
فِيهِنَّ خَيۡرَٰتٌ حِسَانٞ ﴿70﴾فِيهِنَّ خَيۡرَٰتٌ حِسَانٞ
Transliteration: Feehinna khayratun hisanun
Translation: Isaan keessa gaggaarii, babbareedoo ta’antu jira.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿71﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
حُورٞ مَّقۡصُورَٰتٞ فِي ٱلۡخِيَامِ ﴿72﴾حُورٞ مَّقۡصُورَٰتٞ فِي ٱلۡخِيَامِ
Transliteration: Hoorun maqsooratun fee alkhiyami
Translation: Dubartoota manneen keessatti (dhirsa irratti) gabaabfamantu jiru.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿73﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٞ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنّٞ ﴿74﴾لَمۡ يَطۡمِثۡهُنَّ إِنسٞ قَبۡلَهُمۡ وَلَا جَآنّٞ
Transliteration: Lam yatmithhunna insun qablahum wala jannun
Translation: Isaan dura namaafi jinniinis hin tuqne
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿75﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ رَفۡرَفٍ خُضۡرٖ وَعَبۡقَرِيٍّ حِسَانٖ ﴿76﴾مُتَّكِـِٔينَ عَلَىٰ رَفۡرَفٍ خُضۡرٖ وَعَبۡقَرِيٍّ حِسَانٖ
Transliteration: Muttakieena AAala rafrafin khudrin waAAabqariyyin hisanin
Translation: Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u.
فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ﴿77﴾فَبِأَيِّ ءَالَآءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Transliteration: Fabiayyi alai rabbikuma tukaththibani
Translation: Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
تَبَٰرَكَ ٱسۡمُ رَبِّكَ ذِي ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ ﴿78﴾تَبَٰرَكَ ٱسۡمُ رَبِّكَ ذِي ٱلۡجَلَٰلِ وَٱلۡإِكۡرَامِ
Transliteration: Tabaraka ismu rabbika thee aljalali waalikrami
Translation: Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download