لَآ أُقۡسِمُ بِيَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ ﴿1﴾لَآ أُقۡسِمُ بِيَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ
Transliteration: La oqsimu biyawmi alqiyamati
Translation: Lakki! Guyyaa Qiyaamaatiinin kakadha.
لَآ أُقۡسِمُ بِيَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ ﴿1﴾لَآ أُقۡسِمُ بِيَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ
Transliteration: La oqsimu biyawmi alqiyamati
Translation: Lakki! Guyyaa Qiyaamaatiinin kakadha.
وَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلنَّفۡسِ ٱللَّوَّامَةِ ﴿2﴾وَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلنَّفۡسِ ٱللَّوَّامَةِ
Transliteration: Wala oqsimu bialnnafsi allawwamati
Translation: Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)
أَيَحۡسَبُ ٱلۡإِنسَٰنُ أَلَّن نَّجۡمَعَ عِظَامَهُۥ ﴿3﴾أَيَحۡسَبُ ٱلۡإِنسَٰنُ أَلَّن نَّجۡمَعَ عِظَامَهُۥ
Transliteration: Ayahsabu alinsanu allan najmaAAa AAithamahu
Translation: Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa?
بَلَىٰ قَٰدِرِينَ عَلَىٰٓ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُۥ ﴿4﴾بَلَىٰ قَٰدِرِينَ عَلَىٰٓ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُۥ
Transliteration: Bala qadireena AAala an nusawwiya bananahu
Translation: Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti danda'oodha
بَلۡ يُرِيدُ ٱلۡإِنسَٰنُ لِيَفۡجُرَ أَمَامَهُۥ ﴿5﴾بَلۡ يُرِيدُ ٱلۡإِنسَٰنُ لِيَفۡجُرَ أَمَامَهُۥ
Transliteration: Bal yureedu alinsanu liyafjura amamahu
Translation: Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha.
يَسۡـَٔلُ أَيَّانَ يَوۡمُ ٱلۡقِيَٰمَةِ ﴿6﴾يَسۡـَٔلُ أَيَّانَ يَوۡمُ ٱلۡقِيَٰمَةِ
Transliteration: Yasalu ayyana yawmu alqiyamati
Translation: "Guyyaan Qiyaamaa yoomii?"gaafata.
فَإِذَا بَرِقَ ٱلۡبَصَرُ ﴿7﴾فَإِذَا بَرِقَ ٱلۡبَصَرُ
Transliteration: Faitha bariqa albasaru
Translation: (Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu.
وَخَسَفَ ٱلۡقَمَرُ ﴿8﴾وَخَسَفَ ٱلۡقَمَرُ
Transliteration: Wakhasafa alqamaru
Translation: (Yeroo) jiini ifa dhabu (gaddiddaa’u)
وَجُمِعَ ٱلشَّمۡسُ وَٱلۡقَمَرُ ﴿9﴾وَجُمِعَ ٱلشَّمۡسُ وَٱلۡقَمَرُ
Transliteration: WajumiAAa alshshamsu waalqamaru
Translation: Aduufi jiinis walitti qabamu.
يَقُولُ ٱلۡإِنسَٰنُ يَوۡمَئِذٍ أَيۡنَ ٱلۡمَفَرُّ ﴿10﴾يَقُولُ ٱلۡإِنسَٰنُ يَوۡمَئِذٍ أَيۡنَ ٱلۡمَفَرُّ
Transliteration: Yaqoolu alinsanu yawmaithin ayna almafarru
Translation: Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha
كَلَّا لَا وَزَرَ ﴿11﴾كَلَّا لَا وَزَرَ
Transliteration: Kalla la wazara
Translation: Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru.
إِلَىٰ رَبِّكَ يَوۡمَئِذٍ ٱلۡمُسۡتَقَرُّ ﴿12﴾إِلَىٰ رَبِّكَ يَوۡمَئِذٍ ٱلۡمُسۡتَقَرُّ
Transliteration: Ila rabbika yawmaithin almustaqarru
Translation: Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti.
يُنَبَّؤُاْ ٱلۡإِنسَٰنُ يَوۡمَئِذِۭ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ ﴿13﴾يُنَبَّؤُاْ ٱلۡإِنسَٰنُ يَوۡمَئِذِۭ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Transliteration: Yunabbao alinsanu yawmaithin bima qaddama waakhkhara
Translation: Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
بَلِ ٱلۡإِنسَٰنُ عَلَىٰ نَفۡسِهِۦ بَصِيرَةٞ ﴿14﴾بَلِ ٱلۡإِنسَٰنُ عَلَىٰ نَفۡسِهِۦ بَصِيرَةٞ
Transliteration: Bali alinsanu AAala nafsihi baseeratun
Translation: Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
وَلَوۡ أَلۡقَىٰ مَعَاذِيرَهُۥ ﴿15﴾وَلَوۡ أَلۡقَىٰ مَعَاذِيرَهُۥ
Transliteration: Walaw alqa maAAatheerahu
Translation: Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
لَا تُحَرِّكۡ بِهِۦ لِسَانَكَ لِتَعۡجَلَ بِهِۦٓ ﴿16﴾لَا تُحَرِّكۡ بِهِۦ لِسَانَكَ لِتَعۡجَلَ بِهِۦٓ
Transliteration: La tuharrik bihi lisanaka litaAAjala bihi
Translation: Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
إِنَّ عَلَيۡنَا جَمۡعَهُۥ وَقُرۡءَانَهُۥ ﴿17﴾إِنَّ عَلَيۡنَا جَمۡعَهُۥ وَقُرۡءَانَهُۥ
Transliteration: Inna AAalayna jamAAahu waquranahu
Translation: Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira.
فَإِذَا قَرَأۡنَٰهُ فَٱتَّبِعۡ قُرۡءَانَهُۥ ﴿18﴾فَإِذَا قَرَأۡنَٰهُ فَٱتَّبِعۡ قُرۡءَانَهُۥ
Transliteration: Faitha qaranahu faittabiAA quranahu
Translation: .Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi
ثُمَّ إِنَّ عَلَيۡنَا بَيَانَهُۥ ﴿19﴾ثُمَّ إِنَّ عَلَيۡنَا بَيَانَهُۥ
Transliteration: Thumma inna AAalayna bayanahu
Translation: Ergasii isa ibsuun Nurra jira.
كَلَّا بَلۡ تُحِبُّونَ ٱلۡعَاجِلَةَ ﴿20﴾كَلَّا بَلۡ تُحِبُّونَ ٱلۡعَاجِلَةَ
Transliteration: Kalla bal tuhibboona alAAajilata
Translation: Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu.
وَتَذَرُونَ ٱلۡأٓخِرَةَ ﴿21﴾وَتَذَرُونَ ٱلۡأٓخِرَةَ
Transliteration: Watatharoona alakhirata
Translation: Aakhiraa ni dhiiftu
وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاضِرَةٌ ﴿22﴾وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاضِرَةٌ
Transliteration: Wujoohun yawmaithin nadiratun
Translation: Fuulli gariin Guyyaa san iftuudha
إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٞ ﴿23﴾إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٞ
Transliteration: Ila rabbiha nathiratun
Translation: Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha
وَوُجُوهٞ يَوۡمَئِذِۭ بَاسِرَةٞ ﴿24﴾وَوُجُوهٞ يَوۡمَئِذِۭ بَاسِرَةٞ
Transliteration: Wawujoohun yawmaithin basiratun
Translation: Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha.
تَظُنُّ أَن يُفۡعَلَ بِهَا فَاقِرَةٞ ﴿25﴾تَظُنُّ أَن يُفۡعَلَ بِهَا فَاقِرَةٞ
Transliteration: Tathunnu an yufAAala biha faqiratun
Translation: Balaan guddaan ishee irratti raawwatamuu yaaddi.
كَلَّآ إِذَا بَلَغَتِ ٱلتَّرَاقِيَ ﴿26﴾كَلَّآ إِذَا بَلَغَتِ ٱلتَّرَاقِيَ
Transliteration: Kalla itha balaghati alttaraqiya
Translation: Dhaga’aa! Yeroo (lubbuun ba'uuf) kokkee bira geesse,
وَقِيلَ مَنۡۜ رَاقٖ ﴿27﴾وَقِيلَ مَنۡۜ رَاقٖ
Transliteration: Waqeela man raqin
Translation: (Yeroo) "eenyutu isa yaala?" jedhame,
وَظَنَّ أَنَّهُ ٱلۡفِرَاقُ ﴿28﴾وَظَنَّ أَنَّهُ ٱلۡفِرَاقُ
Transliteration: Wathanna annahu alfiraqu
Translation: (Namni du'aa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda ba'uu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate;
وَٱلۡتَفَّتِ ٱلسَّاقُ بِٱلسَّاقِ ﴿29﴾وَٱلۡتَفَّتِ ٱلسَّاقُ بِٱلسَّاقِ
Transliteration: Wailtaffati alssaqu bialssaqi
Translation: (Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte.
إِلَىٰ رَبِّكَ يَوۡمَئِذٍ ٱلۡمَسَاقُ ﴿30﴾إِلَىٰ رَبِّكَ يَوۡمَئِذٍ ٱلۡمَسَاقُ
Transliteration: Ila rabbika yawmaithin almasaqu
Translation: Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti.
فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ ﴿31﴾فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ
Transliteration: Fala saddaqa wala salla
Translation: Hin amanne; hin salaanne.
وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ ﴿32﴾وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Transliteration: Walakin kaththaba watawalla
Translation: Garuu kijibsiisee irraa gara gale.
ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰٓ أَهۡلِهِۦ يَتَمَطَّىٰٓ ﴿33﴾ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰٓ أَهۡلِهِۦ يَتَمَطَّىٰٓ
Transliteration: Thumma thahaba ila ahlihi yatamatta
Translation: Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme
أَوۡلَىٰ لَكَ فَأَوۡلَىٰ ﴿34﴾أَوۡلَىٰ لَكَ فَأَوۡلَىٰ
Transliteration: Awla laka faawla
Translation: Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin!
ثُمَّ أَوۡلَىٰ لَكَ فَأَوۡلَىٰٓ ﴿35﴾ثُمَّ أَوۡلَىٰ لَكَ فَأَوۡلَىٰٓ
Transliteration: Thumma awla laka faawla
Translation: Sana booda badiin siif haa ta’u! Ammas badiin!
أَيَحۡسَبُ ٱلۡإِنسَٰنُ أَن يُتۡرَكَ سُدًى ﴿36﴾أَيَحۡسَبُ ٱلۡإِنسَٰنُ أَن يُتۡرَكَ سُدًى
Transliteration: Ayahsabu alinsanu an yutraka sudan
Translation: Sila namni akkanumaan dhiifamuu yaadaa?
أَلَمۡ يَكُ نُطۡفَةٗ مِّن مَّنِيّٖ يُمۡنَىٰ ﴿37﴾أَلَمۡ يَكُ نُطۡفَةٗ مِّن مَّنِيّٖ يُمۡنَىٰ
Transliteration: Alam yaku nutfatan min manayyin yumna
Translation: Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa ta'ee hin turree?
ثُمَّ كَانَ عَلَقَةٗ فَخَلَقَ فَسَوَّىٰ ﴿38﴾ثُمَّ كَانَ عَلَقَةٗ فَخَلَقَ فَسَوَّىٰ
Transliteration: Thumma kana AAalaqatan fakhalaqa fasawwa
Translation: Ergasii dhiiga ititaa ta'eeti (nama godhee) uumee guute.
فَجَعَلَ مِنۡهُ ٱلزَّوۡجَيۡنِ ٱلذَّكَرَ وَٱلۡأُنثَىٰٓ ﴿39﴾فَجَعَلَ مِنۡهُ ٱلزَّوۡجَيۡنِ ٱلذَّكَرَ وَٱلۡأُنثَىٰٓ
Transliteration: FajaAAala minhu alzzawjayni alththakara waalontha
Translation: Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise
أَلَيۡسَ ذَٰلِكَ بِقَٰدِرٍ عَلَىٰٓ أَن يُحۡـِۧيَ ٱلۡمَوۡتَىٰ ﴿40﴾أَلَيۡسَ ذَٰلِكَ بِقَٰدِرٍ عَلَىٰٓ أَن يُحۡـِۧيَ ٱلۡمَوۡتَىٰ
Transliteration: Alaysa thalika biqadirin AAala an yuhyiya almawta
Translation: Sila (Rabbiin akkas godhe) sun du'aa jiraachisuu irratti danda'aa mitii?
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download