وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلۡبُرُوجِ ﴿1﴾وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلۡبُرُوجِ
Transliteration: Waalssamai thati alburooji
Translation: Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha).
وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلۡبُرُوجِ ﴿1﴾وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلۡبُرُوجِ
Transliteration: Waalssamai thati alburooji
Translation: Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha).
وَٱلۡيَوۡمِ ٱلۡمَوۡعُودِ ﴿2﴾وَٱلۡيَوۡمِ ٱلۡمَوۡعُودِ
Transliteration: Waalyawmi almawAAoodi
Translation: Guyyaa beellamamaanis,
وَشَاهِدٖ وَمَشۡهُودٖ ﴿3﴾وَشَاهِدٖ وَمَشۡهُودٖ
Transliteration: Washahidin wamashhoodin
Translation: Ragaa ba'aafi warra ragaan itti ba'amuunis (nan kakadhaa),
قُتِلَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡأُخۡدُودِ ﴿4﴾قُتِلَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡأُخۡدُودِ
Transliteration: Qutila ashabu alukhdoodi
Translation: Warri boollaa abaaraman
ٱلنَّارِ ذَاتِ ٱلۡوَقُودِ ﴿5﴾ٱلنَّارِ ذَاتِ ٱلۡوَقُودِ
Transliteration: Alnnari thati alwaqoodi
Translation: (Warri) ibidda boba’aa.
إِذۡ هُمۡ عَلَيۡهَا قُعُودٞ ﴿6﴾إِذۡ هُمۡ عَلَيۡهَا قُعُودٞ
Transliteration: Ith hum AAalayha quAAoodun
Translation: Yeroo isaan ishee irra taa'an,
وَهُمۡ عَلَىٰ مَا يَفۡعَلُونَ بِٱلۡمُؤۡمِنِينَ شُهُودٞ ﴿7﴾وَهُمۡ عَلَىٰ مَا يَفۡعَلُونَ بِٱلۡمُؤۡمِنِينَ شُهُودٞ
Transliteration: Wahum AAala ma yafAAaloona bialmumineena shuhoodun
Translation: Isaan waan mu'imintootatti hojjatan irratti hirmaattota.
وَمَا نَقَمُواْ مِنۡهُمۡ إِلَّآ أَن يُؤۡمِنُواْ بِٱللَّهِ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡحَمِيدِ ﴿8﴾وَمَا نَقَمُواْ مِنۡهُمۡ إِلَّآ أَن يُؤۡمِنُواْ بِٱللَّهِ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡحَمِيدِ
Transliteration: Wama naqamoo minhum illa an yuminoo biAllahi alAAazeezi alhameedi
Translation: Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne.
ٱلَّذِي لَهُۥ مُلۡكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ شَهِيدٌ ﴿9﴾ٱلَّذِي لَهُۥ مُلۡكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ شَهِيدٌ
Transliteration: Allathee lahu mulku alssamawati waalardi waAllahu AAala kulli shayin shaheedun
Translation: (Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf ta'eedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha.
إِنَّ ٱلَّذِينَ فَتَنُواْ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ وَٱلۡمُؤۡمِنَٰتِ ثُمَّ لَمۡ يَتُوبُواْ فَلَهُمۡ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمۡ عَذَابُ ٱلۡحَرِيقِ ﴿10﴾إِنَّ ٱلَّذِينَ فَتَنُواْ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ وَٱلۡمُؤۡمِنَٰتِ ثُمَّ لَمۡ يَتُوبُواْ فَلَهُمۡ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمۡ عَذَابُ ٱلۡحَرِيقِ
Transliteration: Inna allatheena fatanoo almumineena waalmuminati thumma lam yatooboo falahum AAathabu jahannama walahum AAathabu alhareeqi
Translation: Dhugumatti, isaan mu'imintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebi'Islaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira.
إِنَّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ لَهُمۡ جَنَّـٰتٞ تَجۡرِي مِن تَحۡتِهَا ٱلۡأَنۡهَٰرُۚ ذَٰلِكَ ٱلۡفَوۡزُ ٱلۡكَبِيرُ ﴿11﴾إِنَّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّـٰلِحَٰتِ لَهُمۡ جَنَّـٰتٞ تَجۡرِي مِن تَحۡتِهَا ٱلۡأَنۡهَٰرُۚ ذَٰلِكَ ٱلۡفَوۡزُ ٱلۡكَبِيرُ
Transliteration: Inna allatheena amanoo waAAamiloo alssalihati lahum jannatun tajree min tahtiha alanharu thalika alfawzu alkabeeru
Translation: Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha.
إِنَّ بَطۡشَ رَبِّكَ لَشَدِيدٌ ﴿12﴾إِنَّ بَطۡشَ رَبِّكَ لَشَدِيدٌ
Transliteration: Inna batsha rabbika lashadeedun
Translation: Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha.
إِنَّهُۥ هُوَ يُبۡدِئُ وَيُعِيدُ ﴿13﴾إِنَّهُۥ هُوَ يُبۡدِئُ وَيُعِيدُ
Transliteration: Innahu huwa yubdio wayuAAeedu
Translation: Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (du'a boodas) ni deebisa.
وَهُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلۡوَدُودُ ﴿14﴾وَهُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلۡوَدُودُ
Transliteration: Wahuwa alghafooru alwadoodu
Translation: Inni akkaan araaramaa, akkaan jaalataadha
ذُو ٱلۡعَرۡشِ ٱلۡمَجِيدُ ﴿15﴾ذُو ٱلۡعَرۡشِ ٱلۡمَجِيدُ
Transliteration: Thoo alAAarshi almajeedi
Translation: (Inni) abbaa Arshiiti; guddaadha.
فَعَّالٞ لِّمَا يُرِيدُ ﴿16﴾فَعَّالٞ لِّمَا يُرِيدُ
Transliteration: FaAAAAalun lima yureedu
Translation: Waan fedhe akkaan hojjataadha.
هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡجُنُودِ ﴿17﴾هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡجُنُودِ
Transliteration: Hal ataka hadeethu aljunoodi
Translation: Sila oduun humna waraanaa si ga'eeraa?
فِرۡعَوۡنَ وَثَمُودَ ﴿18﴾فِرۡعَوۡنَ وَثَمُودَ
Transliteration: FirAAawna wathamooda
Translation: (Waraana) Fir'awniifi Samuud.
بَلِ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ فِي تَكۡذِيبٖ ﴿19﴾بَلِ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ فِي تَكۡذِيبٖ
Transliteration: Bali allatheena kafaroo fee taktheebin
Translation: Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru.
وَٱللَّهُ مِن وَرَآئِهِم مُّحِيطُۢ ﴿20﴾وَٱللَّهُ مِن وَرَآئِهِم مُّحِيطُۢ
Transliteration: WaAllahu min waraihim muheetun
Translation: Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha.
بَلۡ هُوَ قُرۡءَانٞ مَّجِيدٞ ﴿21﴾بَلۡ هُوَ قُرۡءَانٞ مَّجِيدٞ
Transliteration: Bal huwa quranun majeedun
Translation: Dhugumatti, inni Qur'aana guddaadha.
فِي لَوۡحٖ مَّحۡفُوظِۭ ﴿22﴾فِي لَوۡحٖ مَّحۡفُوظِۭ
Transliteration: Fee lawhin mahfoothin
Translation: Luuhii tiikfamaa keessa jira.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download