quranm◉

Surah Ash-Sharh transliteration

◉ Suuraa · ∞

94:1

أَلَمۡ نَشۡرَحۡ لَكَ صَدۡرَكَ ﴿1﴾

Transliteration: Alam nashrah laka sadraka

Translation: Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee?

94:2

وَوَضَعۡنَا عَنكَ وِزۡرَكَ ﴿2﴾

Transliteration: WawadaAAna AAanka wizraka

Translation: Ba’aa (badii) kee sirraa buufne.

94:3

ٱلَّذِيٓ أَنقَضَ ظَهۡرَكَ ﴿3﴾

Transliteration: Allathee anqada thahraka

Translation: Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne).

94:4

وَرَفَعۡنَا لَكَ ذِكۡرَكَ ﴿4﴾

Transliteration: WarafaAAna laka thikraka

Translation: Maqaa keetis siif ol kaafne.

94:5

فَإِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرًا ﴿5﴾

Transliteration: Fainna maAAa alAAusri yusran

Translation: Rakkinaa wajjin laafinatu jira.

94:6

إِنَّ مَعَ ٱلۡعُسۡرِ يُسۡرٗا ﴿6﴾

Transliteration: Inna maAAa alAAusri yusran

Translation: Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira.

94:7

فَإِذَا فَرَغۡتَ فَٱنصَبۡ ﴿7﴾

Transliteration: Faitha faraghta fainsab

Translation: Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu

94:8

وَإِلَىٰ رَبِّكَ فَٱرۡغَب ﴿8﴾

Transliteration: Waila rabbika fairghab

Translation: Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download