quranm◉

Surah Al-Humazah transliteration

◉ Suuraa · ∞

104:1

وَيۡلٞ لِّكُلِّ هُمَزَةٖ لُّمَزَةٍ ﴿1﴾

Transliteration: Waylun likulli humazatin lumazatin

Translation: Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e.

104:2

ٱلَّذِي جَمَعَ مَالٗا وَعَدَّدَهُۥ ﴿2﴾

Transliteration: Allathee jamaAAa malan waAAaddadahu

Translation: Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e.

104:3

يَحۡسَبُ أَنَّ مَالَهُۥٓ أَخۡلَدَهُۥ ﴿3﴾

Transliteration: Yahsabu anna malahu akhladahu

Translation: Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu.

104:4

كَلَّاۖ لَيُنۢبَذَنَّ فِي ٱلۡحُطَمَةِ ﴿4﴾

Transliteration: Kalla layunbathanna fee alhutamati

Translation: Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira.

104:5

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡحُطَمَةُ ﴿5﴾

Transliteration: Wama adraka ma alhutamatu

Translation: Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise?

104:6

نَارُ ٱللَّهِ ٱلۡمُوقَدَةُ ﴿6﴾

Transliteration: Naru Allahi almooqadatu

Translation: (Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha.

104:7

ٱلَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى ٱلۡأَفۡـِٔدَةِ ﴿7﴾

Transliteration: Allatee tattaliAAu AAala alafidati

Translation: Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha.

104:8

إِنَّهَا عَلَيۡهِم مُّؤۡصَدَةٞ ﴿8﴾

Transliteration: lnnaha AAalayhim musadatun

Translation: Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha.

104:9

فِي عَمَدٖ مُّمَدَّدَةِۭ ﴿9﴾

Transliteration: Fee AAamadin mumaddadatin

Translation: Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama).

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download