ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ ﴿1﴾ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ
Transliteration: Iqra biismi rabbika allathee khalaqa
Translation: Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi.
ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ ﴿1﴾ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ
Transliteration: Iqra biismi rabbika allathee khalaqa
Translation: Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi.
خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِنۡ عَلَقٍ ﴿2﴾خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِنۡ عَلَقٍ
Transliteration: Khalaqa alinsana min AAalaqin
Translation: (Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume.
ٱقۡرَأۡ وَرَبُّكَ ٱلۡأَكۡرَمُ ﴿3﴾ٱقۡرَأۡ وَرَبُّكَ ٱلۡأَكۡرَمُ
Transliteration: Iqra warabbuka alakramu
Translation: Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qara'i.
ٱلَّذِي عَلَّمَ بِٱلۡقَلَمِ ﴿4﴾ٱلَّذِي عَلَّمَ بِٱلۡقَلَمِ
Transliteration: Allathee AAallama bialqalami
Translation: Isa qalamaan (barreessuu) barsiise sani.
عَلَّمَ ٱلۡإِنسَٰنَ مَا لَمۡ يَعۡلَمۡ ﴿5﴾عَلَّمَ ٱلۡإِنسَٰنَ مَا لَمۡ يَعۡلَمۡ
Transliteration: AAallama alinsana ma lam yaAAlam
Translation: Nama, waan inni hin beekne barsiise.
كَلَّآ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَيَطۡغَىٰٓ ﴿6﴾كَلَّآ إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لَيَطۡغَىٰٓ
Transliteration: Kalla inna alinsana layatgha
Translation: Dhugumatti, namni daangaa dabra
أَن رَّءَاهُ ٱسۡتَغۡنَىٰٓ ﴿7﴾أَن رَّءَاهُ ٱسۡتَغۡنَىٰٓ
Transliteration: An raahu istaghna
Translation: Sababa duroomuu of arguutiin.
إِنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلرُّجۡعَىٰٓ ﴿8﴾إِنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلرُّجۡعَىٰٓ
Transliteration: Inna ila rabbika alrrujAAa
Translation: Deebiin garuma Gooftaa keetiiti.
أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يَنۡهَىٰ ﴿9﴾أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يَنۡهَىٰ
Transliteration: Araayta allathee yanha
Translation: Sila isa dhorgu san argitee?
عَبۡدًا إِذَا صَلَّىٰٓ ﴿10﴾عَبۡدًا إِذَا صَلَّىٰٓ
Transliteration: AAabdan itha salla
Translation: Gabricha yeroo inni salaatu (kan dhorgu argitee)?
أَرَءَيۡتَ إِن كَانَ عَلَى ٱلۡهُدَىٰٓ ﴿11﴾أَرَءَيۡتَ إِن كَانَ عَلَى ٱلۡهُدَىٰٓ
Transliteration: Araayta in kana AAala alhuda
Translation: Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi!
أَوۡ أَمَرَ بِٱلتَّقۡوَىٰٓ ﴿12﴾أَوۡ أَمَرَ بِٱلتَّقۡوَىٰٓ
Transliteration: Aw amara bialttaqwa
Translation: Yookiin immoo sodaa Rabbiitti yoo ajaje hoo?
أَرَءَيۡتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰٓ ﴿13﴾أَرَءَيۡتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰٓ
Transliteration: Araayta in kaththaba watawalla
Translation: Yoo inni (Abuu Jahal) kijibsiisee irraa gara gale hoo mee naaf himi?
أَلَمۡ يَعۡلَم بِأَنَّ ٱللَّهَ يَرَىٰ ﴿14﴾أَلَمۡ يَعۡلَم بِأَنَّ ٱللَّهَ يَرَىٰ
Transliteration: Alam yaAAlam bianna Allaha yara
Translation: Sila inni Rabbiin arguu hin beekuu?
كَلَّا لَئِن لَّمۡ يَنتَهِ لَنَسۡفَعَۢا بِٱلنَّاصِيَةِ ﴿15﴾كَلَّا لَئِن لَّمۡ يَنتَهِ لَنَسۡفَعَۢا بِٱلنَّاصِيَةِ
Transliteration: Kalla lain lam yantahi lanasfaAAan bialnnasiyati
Translation: Haa dhorgamu; yoo inni (Abuu Jahal) dhorgamuu baate, sammuu qabna.
نَاصِيَةٖ كَٰذِبَةٍ خَاطِئَةٖ ﴿16﴾نَاصِيَةٖ كَٰذِبَةٍ خَاطِئَةٖ
Transliteration: Nasiyatin kathibatin khatiatin
Translation: Sammuu sobduu, dogoggortuu taate (qabna).
فَلۡيَدۡعُ نَادِيَهُۥ ﴿17﴾فَلۡيَدۡعُ نَادِيَهُۥ
Transliteration: FalyadAAu nadiyahu
Translation: Garee isaa haa waammatu.
سَنَدۡعُ ٱلزَّبَانِيَةَ ﴿18﴾سَنَدۡعُ ٱلزَّبَانِيَةَ
Transliteration: SanadAAu alzzabaniyata
Translation: Nutis waardiyyaa keenya waammachuuf jirra.
كَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب۩ ﴿19﴾كَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب۩
Transliteration: Kalla la tutiAAhu waosjud waiqtarib
Translation: Dhorgami! Isaan hin ajajaminSujuudis gara Rabbiittis dhihaadhu.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download