ٱلۡقَارِعَةُ ﴿1﴾ٱلۡقَارِعَةُ
Transliteration: AlqariAAatu
Translation: Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan).
ٱلۡقَارِعَةُ ﴿1﴾ٱلۡقَارِعَةُ
Transliteration: AlqariAAatu
Translation: Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan).
مَا ٱلۡقَارِعَةُ ﴿2﴾مَا ٱلۡقَارِعَةُ
Transliteration: Ma alqariAAatu
Translation: Qalbii rukuttuun maali?
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ ﴿3﴾وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ
Transliteration: Wama adraka ma alqariAAatu
Translation: Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise?
يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ ﴿4﴾يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ
Transliteration: Yawma yakoonu alnnasu kaalfarashi almabthoothi
Translation: Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u.
وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ ﴿5﴾وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ
Transliteration: Watakoonu aljibalu kaalAAihni almanfooshi
Translation: (Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u.
فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ ﴿6﴾فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ
Transliteration: Faamma man thaqulat mawazeenuhu
Translation: Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte,
فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ ﴿7﴾فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ
Transliteration: Fahuwa fee AAeeshatin radiyatin
Translation: Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.
وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ ﴿8﴾وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ
Transliteration: Waamma man khaffat mawazeenuhu
Translation: Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo,
فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٞ ﴿9﴾فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٞ
Transliteration: Faommuhu hawiyatun
Translation: Haati isaa “Haawiyaa[]”dha.
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ ﴿10﴾وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ
Transliteration: Wama adraka ma hiyah
Translation: Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise?
نَارٌ حَامِيَةُۢ ﴿11﴾نَارٌ حَامِيَةُۢ
Transliteration: Narun hamiyatun
Translation: (Isheen) ibidda gubduudha.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download