أَلۡهَىٰكُمُ ٱلتَّكَاثُرُ ﴿1﴾أَلۡهَىٰكُمُ ٱلتَّكَاثُرُ
Transliteration: Alhakumu alttakathuru
Translation: Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale).
أَلۡهَىٰكُمُ ٱلتَّكَاثُرُ ﴿1﴾أَلۡهَىٰكُمُ ٱلتَّكَاثُرُ
Transliteration: Alhakumu alttakathuru
Translation: Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale).
حَتَّىٰ زُرۡتُمُ ٱلۡمَقَابِرَ ﴿2﴾حَتَّىٰ زُرۡتُمُ ٱلۡمَقَابِرَ
Transliteration: Hatta zurtumu almaqabira
Translation: Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti).
كَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ ﴿3﴾كَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ
Transliteration: Kalla sawfa taAAlamoona
Translation: Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu.
ثُمَّ كَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ ﴿4﴾ثُمَّ كَلَّا سَوۡفَ تَعۡلَمُونَ
Transliteration: Thumma kalla sawfa taAAlamoona
Translation: Ergasiis dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu
كَلَّا لَوۡ تَعۡلَمُونَ عِلۡمَ ٱلۡيَقِينِ ﴿5﴾كَلَّا لَوۡ تَعۡلَمُونَ عِلۡمَ ٱلۡيَقِينِ
Transliteration: Kalla law taAAlamoona AAilma alyaqeeni
Translation: Dhugumatti, odoo beekumsa mirkanaa’aa beektanii (hin shaagalamtanu ture).
لَتَرَوُنَّ ٱلۡجَحِيمَ ﴿6﴾لَتَرَوُنَّ ٱلۡجَحِيمَ
Transliteration: Latarawunna aljaheema
Translation: Dhugumatti ibidda ni argitu.
ثُمَّ لَتَرَوُنَّهَا عَيۡنَ ٱلۡيَقِينِ ﴿7﴾ثُمَّ لَتَرَوُنَّهَا عَيۡنَ ٱلۡيَقِينِ
Transliteration: Thumma latarawunnaha AAayna alyaqeeni
Translation: Ergasii argaa mirkanaa’aa arguuf jirtu
ثُمَّ لَتُسۡـَٔلُنَّ يَوۡمَئِذٍ عَنِ ٱلنَّعِيمِ ﴿8﴾ثُمَّ لَتُسۡـَٔلُنَّ يَوۡمَئِذٍ عَنِ ٱلنَّعِيمِ
Transliteration: Thumma latusalunna yawmaithin AAani alnnaAAeemi
Translation: Ergasii dhugumatti guyyaa san qananii irraa gaafatamuuf jirtu
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download