quranm◉

Surah Al-Masad transliteration

◉ Suuraa · ∞

111:1

تَبَّتۡ يَدَآ أَبِي لَهَبٖ وَتَبَّ ﴿1﴾

Transliteration: Tabbat yada abee lahabin watabba

Translation: Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade.

111:2

مَآ أَغۡنَىٰ عَنۡهُ مَالُهُۥ وَمَا كَسَبَ ﴿2﴾

Transliteration: Ma aghna AAanhu maluhu wama kasaba

Translation: Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne.

111:3

سَيَصۡلَىٰ نَارٗا ذَاتَ لَهَبٖ ﴿3﴾

Transliteration: Sayasla naran thata lahabin

Translation: Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira.

111:4

وَٱمۡرَأَتُهُۥ حَمَّالَةَ ٱلۡحَطَبِ ﴿4﴾

Transliteration: Waimraatuhu hammalata alhatabi

Translation: Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti).

111:5

فِي جِيدِهَا حَبۡلٞ مِّن مَّسَدِۭ ﴿5﴾

Transliteration: Fee jeediha hablun min masadin

Translation: Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download