قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ ﴿1﴾قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ
Transliteration: Qul aAAoothu birabbi alnnasi
Translation: Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.
قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ ﴿1﴾قُلۡ أَعُوذُ بِرَبِّ ٱلنَّاسِ
Transliteration: Qul aAAoothu birabbi alnnasi
Translation: Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.
مَلِكِ ٱلنَّاسِ ﴿2﴾مَلِكِ ٱلنَّاسِ
Transliteration: Maliki alnnasi
Translation: Mootii namaatti,
إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ ﴿3﴾إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ
Transliteration: Ilahi alnnasi
Translation: Gabbaramaa namaatti,
مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ ﴿4﴾مِن شَرِّ ٱلۡوَسۡوَاسِ ٱلۡخَنَّاسِ
Transliteration: Min sharri alwaswasi alkhannasi
Translation: Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa,
ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ ﴿5﴾ٱلَّذِي يُوَسۡوِسُ فِي صُدُورِ ٱلنَّاسِ
Transliteration: Allathee yuwaswisu fee sudoori alnnasi
Translation: Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa,
مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ ﴿6﴾مِنَ ٱلۡجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ
Transliteration: Mina aljinnati wa alnnasm
Translation: Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download