إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ ﴿1﴾إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ
Transliteration: Itha alshshamsu kuwwirat
Translation: Yeroo aduun maramte,
إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ ﴿1﴾إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ
Transliteration: Itha alshshamsu kuwwirat
Translation: Yeroo aduun maramte,
وَإِذَا ٱلنُّجُومُ ٱنكَدَرَتۡ ﴿2﴾وَإِذَا ٱلنُّجُومُ ٱنكَدَرَتۡ
Transliteration: Waitha alnnujoomu inkadarat
Translation: Yeroo urjiin harcaate,
وَإِذَا ٱلۡجِبَالُ سُيِّرَتۡ ﴿3﴾وَإِذَا ٱلۡجِبَالُ سُيِّرَتۡ
Transliteration: Waitha aljibalu suyyirat
Translation: Yeroo gaarreen bakkaa oofamte,
وَإِذَا ٱلۡعِشَارُ عُطِّلَتۡ ﴿4﴾وَإِذَا ٱلۡعِشَارُ عُطِّلَتۡ
Transliteration: Waitha alAAisharu AAuttilat
Translation: Yeroo gaalli rimaan baatii kudhanii dhiifamte (tiksitee malee hafte),
وَإِذَا ٱلۡوُحُوشُ حُشِرَتۡ ﴿5﴾وَإِذَا ٱلۡوُحُوشُ حُشِرَتۡ
Transliteration: Waitha alwuhooshu hushirat
Translation: Yeroo bineensonni bosonaa walitti qabamte,
وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ سُجِّرَتۡ ﴿6﴾وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ سُجِّرَتۡ
Transliteration: Waitha albiharu sujjirat
Translation: Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti boba'an),
وَإِذَا ٱلنُّفُوسُ زُوِّجَتۡ ﴿7﴾وَإِذَا ٱلنُّفُوسُ زُوِّجَتۡ
Transliteration: Waitha alnnufoosu zuwwijat
Translation: Yeroo lubbuun hundi qindeeffamte
وَإِذَا ٱلۡمَوۡءُۥدَةُ سُئِلَتۡ ﴿8﴾وَإِذَا ٱلۡمَوۡءُۥدَةُ سُئِلَتۡ
Transliteration: Waitha almawoodatu suilat
Translation: Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte,
بِأَيِّ ذَنۢبٖ قُتِلَتۡ ﴿9﴾بِأَيِّ ذَنۢبٖ قُتِلَتۡ
Transliteration: Biayyi thanbin qutilat
Translation: Balleessa kamiif akka ajjeefamte;
وَإِذَا ٱلصُّحُفُ نُشِرَتۡ ﴿10﴾وَإِذَا ٱلصُّحُفُ نُشِرَتۡ
Transliteration: Waitha alssuhufu nushirat
Translation: Yeroo galmeen (hojii) raabsamte,
وَإِذَا ٱلسَّمَآءُ كُشِطَتۡ ﴿11﴾وَإِذَا ٱلسَّمَآءُ كُشِطَتۡ
Transliteration: Waitha alssamao kushitat
Translation: Yeroo samiin buqqifamtee maramte,
وَإِذَا ٱلۡجَحِيمُ سُعِّرَتۡ ﴿12﴾وَإِذَا ٱلۡجَحِيمُ سُعِّرَتۡ
Transliteration: Waitha aljaheemu suAAAAirat
Translation: Yeroo ibiddi qabsiifamte,
وَإِذَا ٱلۡجَنَّةُ أُزۡلِفَتۡ ﴿13﴾وَإِذَا ٱلۡجَنَّةُ أُزۡلِفَتۡ
Transliteration: Waitha aljannatu ozlifat
Translation: Yeroo jannanni dhiheeffamte,
عَلِمَتۡ نَفۡسٞ مَّآ أَحۡضَرَتۡ ﴿14﴾عَلِمَتۡ نَفۡسٞ مَّآ أَحۡضَرَتۡ
Transliteration: AAalimat nafsun ma ahdarat
Translation: Lubbuun waan dalagatte beekteetti.
فَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلۡخُنَّسِ ﴿15﴾فَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلۡخُنَّسِ
Transliteration: Fala oqsimu bialkhunnasi
Translation: (Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mul'ataniinin kakadha.
ٱلۡجَوَارِ ٱلۡكُنَّسِ ﴿16﴾ٱلۡجَوَارِ ٱلۡكُنَّسِ
Transliteration: Aljawari alkunnasi
Translation: (Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha).
وَٱلَّيۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ ﴿17﴾وَٱلَّيۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ
Transliteration: Waallayli itha AAasAAasa
Translation: Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha),
وَٱلصُّبۡحِ إِذَا تَنَفَّسَ ﴿18﴾وَٱلصُّبۡحِ إِذَا تَنَفَّسَ
Transliteration: Waalssubhi itha tanaffasa
Translation: Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha),
إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٖ كَرِيمٖ ﴿19﴾إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٖ كَرِيمٖ
Transliteration: Innahu laqawlu rasoolin kareemin
Translation: Dhugumatti, inni (Qur'aanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي ٱلۡعَرۡشِ مَكِينٖ ﴿20﴾ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي ٱلۡعَرۡشِ مَكِينٖ
Transliteration: Thee quwwatin AAinda thee alAAarshi makeenin
Translation: (Ergamaa) abbaa humnaa ta'e, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu.
مُّطَاعٖ ثَمَّ أَمِينٖ ﴿21﴾مُّطَاعٖ ثَمَّ أَمِينٖ
Transliteration: MutaAAin thamma ameenin
Translation: Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan ta'e.
وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجۡنُونٖ ﴿22﴾وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجۡنُونٖ
Transliteration: Wama sahibukum bimajnoonin
Translation: Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti.
وَلَقَدۡ رَءَاهُ بِٱلۡأُفُقِ ٱلۡمُبِينِ ﴿23﴾وَلَقَدۡ رَءَاهُ بِٱلۡأُفُقِ ٱلۡمُبِينِ
Transliteration: Walaqad raahu bialofuqi almubeeni
Translation: Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira.
وَمَا هُوَ عَلَى ٱلۡغَيۡبِ بِضَنِينٖ ﴿24﴾وَمَا هُوَ عَلَى ٱلۡغَيۡبِ بِضَنِينٖ
Transliteration: Wama huwa AAala alghaybi bidaneenin
Translation: Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti don'aa miti (hin dhoksu).
وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَيۡطَٰنٖ رَّجِيمٖ ﴿25﴾وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَيۡطَٰنٖ رَّجِيمٖ
Transliteration: Wama huwa biqawli shaytanin rajeemin
Translation: Innis (Qur'aanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti.
فَأَيۡنَ تَذۡهَبُونَ ﴿26﴾فَأَيۡنَ تَذۡهَبُونَ
Transliteration: Faayna tathhaboona
Translation: Mee eessuma deemtu?
إِنۡ هُوَ إِلَّا ذِكۡرٞ لِّلۡعَٰلَمِينَ ﴿27﴾إِنۡ هُوَ إِلَّا ذِكۡرٞ لِّلۡعَٰلَمِينَ
Transliteration: In huwa illa thikrun lilAAalameena
Translation: Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti.
لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَسۡتَقِيمَ ﴿28﴾لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَسۡتَقِيمَ
Transliteration: Liman shaa minkum an yastaqeema
Translation: Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa ta'a).
وَمَا تَشَآءُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُ رَبُّ ٱلۡعَٰلَمِينَ ﴿29﴾وَمَا تَشَآءُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُ رَبُّ ٱلۡعَٰلَمِينَ
Transliteration: Wama tashaoona illa an yashaa Allahu rabbu alAAalameena
Translation: Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download