إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتۡ ﴿1﴾إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتۡ
Transliteration: Itha alssamao infatarat
Translation: Yeroo samiin dhodhoote,
إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتۡ ﴿1﴾إِذَا ٱلسَّمَآءُ ٱنفَطَرَتۡ
Transliteration: Itha alssamao infatarat
Translation: Yeroo samiin dhodhoote,
وَإِذَا ٱلۡكَوَاكِبُ ٱنتَثَرَتۡ ﴿2﴾وَإِذَا ٱلۡكَوَاكِبُ ٱنتَثَرَتۡ
Transliteration: Waitha alkawakibu intatharat
Translation: Yeroo urjiiwwan harca'an,
وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ فُجِّرَتۡ ﴿3﴾وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ فُجِّرَتۡ
Transliteration: Waitha albiharu fujjirat
Translation: Yeroo galaanonni walitti makaman,
وَإِذَا ٱلۡقُبُورُ بُعۡثِرَتۡ ﴿4﴾وَإِذَا ٱلۡقُبُورُ بُعۡثِرَتۡ
Transliteration: Waitha alqubooru buAAthirat
Translation: Yeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte,
عَلِمَتۡ نَفۡسٞ مَّا قَدَّمَتۡ وَأَخَّرَتۡ ﴿5﴾عَلِمَتۡ نَفۡسٞ مَّا قَدَّمَتۡ وَأَخَّرَتۡ
Transliteration: AAalimat nafsun ma qaddamat waakhkharat
Translation: (Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡإِنسَٰنُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ ٱلۡكَرِيمِ ﴿6﴾يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡإِنسَٰنُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ ٱلۡكَرِيمِ
Transliteration: Ya ayyuha alinsanu ma gharraka birabbika alkareemi
Translation: Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa ta'etti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse?
ٱلَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّىٰكَ فَعَدَلَكَ ﴿7﴾ٱلَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّىٰكَ فَعَدَلَكَ
Transliteration: Allathee khalaqaka fasawwaka faAAadalaka
Translation: Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse,
فِيٓ أَيِّ صُورَةٖ مَّا شَآءَ رَكَّبَكَ ﴿8﴾فِيٓ أَيِّ صُورَةٖ مَّا شَآءَ رَكَّبَكَ
Transliteration: Fee ayyi sooratin ma shaa rakkabaka
Translation: Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)?
كَلَّا بَلۡ تُكَذِّبُونَ بِٱلدِّينِ ﴿9﴾كَلَّا بَلۡ تُكَذِّبُونَ بِٱلدِّينِ
Transliteration: Kalla bal tukaththiboona bialddeeni
Translation: Dhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu.
وَإِنَّ عَلَيۡكُمۡ لَحَٰفِظِينَ ﴿10﴾وَإِنَّ عَلَيۡكُمۡ لَحَٰفِظِينَ
Transliteration: Wainna AAalaykum lahafitheena
Translation: Dhugumatti, isin irra to’attootatu jiru.
كِرَامٗا كَٰتِبِينَ ﴿11﴾كِرَامٗا كَٰتِبِينَ
Transliteration: Kiraman katibeena
Translation: Kabajamoo, barreessitoota kan ta’an.
يَعۡلَمُونَ مَا تَفۡعَلُونَ ﴿12﴾يَعۡلَمُونَ مَا تَفۡعَلُونَ
Transliteration: YaAAlamoona ma tafAAaloona
Translation: Waan isin dalagdan ni beeku.
إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ لَفِي نَعِيمٖ ﴿13﴾إِنَّ ٱلۡأَبۡرَارَ لَفِي نَعِيمٖ
Transliteration: Inna alabrara lafee naAAeemin
Translation: Dhugumatti, warri toltuu hojjatan qananii keessa jiraatu
وَإِنَّ ٱلۡفُجَّارَ لَفِي جَحِيمٖ ﴿14﴾وَإِنَّ ٱلۡفُجَّارَ لَفِي جَحِيمٖ
Transliteration: Wainna alfujjara lafee jaheemin
Translation: Warri hamtuu hojjatan immoo ibidda keessa jiraatu.
يَصۡلَوۡنَهَا يَوۡمَ ٱلدِّينِ ﴿15﴾يَصۡلَوۡنَهَا يَوۡمَ ٱلدِّينِ
Transliteration: Yaslawnaha yawma alddeeni
Translation: Guyyaa murtii ishee seenu.
وَمَا هُمۡ عَنۡهَا بِغَآئِبِينَ ﴿16﴾وَمَا هُمۡ عَنۡهَا بِغَآئِبِينَ
Transliteration: Wama hum AAanha bighaibeena
Translation: Isaan ishee irraa hin fagaatanu.
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ ﴿17﴾وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ
Transliteration: Wama adraka ma yawmu alddeeni
Translation: Sila guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise?
ثُمَّ مَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ ﴿18﴾ثُمَّ مَآ أَدۡرَىٰكَ مَا يَوۡمُ ٱلدِّينِ
Transliteration: Thumma ma adraka ma yawmu alddeeni
Translation: Ergasii guyyaan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise?
يَوۡمَ لَا تَمۡلِكُ نَفۡسٞ لِّنَفۡسٖ شَيۡـٔٗاۖ وَٱلۡأَمۡرُ يَوۡمَئِذٖ لِّلَّهِ ﴿19﴾يَوۡمَ لَا تَمۡلِكُ نَفۡسٞ لِّنَفۡسٖ شَيۡـٔٗاۖ وَٱلۡأَمۡرُ يَوۡمَئِذٖ لِّلَّهِ
Transliteration: Yawma la tamliku nafsun linafsin shayan waalamru yawmaithin lillahi
Translation: (Inni) guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraatiif homaa gochuu hin dandeenyeGuyyaa san ajajni (hundi) kan Rabbiiti.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download