هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡغَٰشِيَةِ ﴿1﴾هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡغَٰشِيَةِ
Transliteration: Hal ataka hadeethu alghashiyati
Translation: Sila oduun haguugduu[] (Qiyaamaa) sitti dhufeeraa?
هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡغَٰشِيَةِ ﴿1﴾هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلۡغَٰشِيَةِ
Transliteration: Hal ataka hadeethu alghashiyati
Translation: Sila oduun haguugduu[] (Qiyaamaa) sitti dhufeeraa?
وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٍ خَٰشِعَةٌ ﴿2﴾وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٍ خَٰشِعَةٌ
Transliteration: Wujoohun yawmaithin khashiAAatun
Translation: Fuulli gariin guyyaa san xiqqaattuudha.
عَامِلَةٞ نَّاصِبَةٞ ﴿3﴾عَامِلَةٞ نَّاصِبَةٞ
Transliteration: AAamilatun nasibatun
Translation: Hojjattuu ifaajjuudha
تَصۡلَىٰ نَارًا حَامِيَةٗ ﴿4﴾تَصۡلَىٰ نَارًا حَامِيَةٗ
Transliteration: Tasla naran hamiyatan
Translation: Ibidda gubduu seenti.
تُسۡقَىٰ مِنۡ عَيۡنٍ ءَانِيَةٖ ﴿5﴾تُسۡقَىٰ مِنۡ عَيۡنٍ ءَانِيَةٖ
Transliteration: Tusqa min AAaynin aniyatin
Translation: Burqituu danfituu irraa obaafamti.
لَّيۡسَ لَهُمۡ طَعَامٌ إِلَّا مِن ضَرِيعٖ ﴿6﴾لَّيۡسَ لَهُمۡ طَعَامٌ إِلَّا مِن ضَرِيعٖ
Transliteration: Laysa lahum taAAamun illa min dareeAAin
Translation: Adaamii malee nyaanni isaaniif hin jiru.
لَّا يُسۡمِنُ وَلَا يُغۡنِي مِن جُوعٖ ﴿7﴾لَّا يُسۡمِنُ وَلَا يُغۡنِي مِن جُوعٖ
Transliteration: La yusminu wala yughnee min jooAAin
Translation: Hin gabbisu; beela irraas hin duroomsu.
وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاعِمَةٞ ﴿8﴾وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاعِمَةٞ
Transliteration: Wujoohun yawmaithin naAAimatun
Translation: Fuulli gariin guyyaa san qananiituudha.
لِّسَعۡيِهَا رَاضِيَةٞ ﴿9﴾لِّسَعۡيِهَا رَاضِيَةٞ
Transliteration: LisaAAyiha radiyatun
Translation: Dalagaa ishee jaalattuudha
فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٖ ﴿10﴾فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٖ
Transliteration: Fee jannatin AAaliyatin
Translation: Jannata ol fuudhamtuu keessa jiraatti.
لَّا تَسۡمَعُ فِيهَا لَٰغِيَةٗ ﴿11﴾لَّا تَسۡمَعُ فِيهَا لَٰغِيَةٗ
Transliteration: La tasmaAAu feeha laghiyatan
Translation: Ishee keessatti waca hin dhaga'anu.
فِيهَا عَيۡنٞ جَارِيَةٞ ﴿12﴾فِيهَا عَيۡنٞ جَارِيَةٞ
Transliteration: Feeha AAaynun jariyatun
Translation: Ishee keessa burqituu yaatutu jirti.
فِيهَا سُرُرٞ مَّرۡفُوعَةٞ ﴿13﴾فِيهَا سُرُرٞ مَّرۡفُوعَةٞ
Transliteration: Feeha sururun marfooAAatun
Translation: Ishee keessa sireewwan ol fuudhamtuutu jirti.
وَأَكۡوَابٞ مَّوۡضُوعَةٞ ﴿14﴾وَأَكۡوَابٞ مَّوۡضُوعَةٞ
Transliteration: Waakwabun mawdooAAatun
Translation: Kubbaayyaawwan kaa’amtuutu jirti.
وَنَمَارِقُ مَصۡفُوفَةٞ ﴿15﴾وَنَمَارِقُ مَصۡفُوفَةٞ
Transliteration: Wanamariqu masfoofatun
Translation: Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira).
وَزَرَابِيُّ مَبۡثُوثَةٌ ﴿16﴾وَزَرَابِيُّ مَبۡثُوثَةٌ
Transliteration: Wazarabiyyu mabthoothatun
Translation: Afaawwan diriirfamanis (isaaniif jirti).
أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى ٱلۡإِبِلِ كَيۡفَ خُلِقَتۡ ﴿17﴾أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى ٱلۡإِبِلِ كَيۡفَ خُلِقَتۡ
Transliteration: Afala yanthuroona ila alibili kayfa khuliqat
Translation: Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu?
وَإِلَى ٱلسَّمَآءِ كَيۡفَ رُفِعَتۡ ﴿18﴾وَإِلَى ٱلسَّمَآءِ كَيۡفَ رُفِعَتۡ
Transliteration: Waila alssamai kayfa rufiAAat
Translation: Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)?
وَإِلَى ٱلۡجِبَالِ كَيۡفَ نُصِبَتۡ ﴿19﴾وَإِلَى ٱلۡجِبَالِ كَيۡفَ نُصِبَتۡ
Transliteration: Waila aljibali kayfa nusibat
Translation: Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)?
وَإِلَى ٱلۡأَرۡضِ كَيۡفَ سُطِحَتۡ ﴿20﴾وَإِلَى ٱلۡأَرۡضِ كَيۡفَ سُطِحَتۡ
Transliteration: Waila alardi kayfa sutihat
Translation: Gara dachiis akkamitti akka diriirfamte (hin ilaalanuu)?
فَذَكِّرۡ إِنَّمَآ أَنتَ مُذَكِّرٞ ﴿21﴾فَذَكِّرۡ إِنَّمَآ أَنتَ مُذَكِّرٞ
Transliteration: Fathakkir innama anta muthakkirun
Translation: Yaadachiisi; ati yaadachiisaa qofa.
لَّسۡتَ عَلَيۡهِم بِمُصَيۡطِرٍ ﴿22﴾لَّسۡتَ عَلَيۡهِم بِمُصَيۡطِرٍ
Transliteration: Lasta AAalayhim bimusaytirin
Translation: Isaan irratti dirqisiisaa hin taane.
إِلَّا مَن تَوَلَّىٰ وَكَفَرَ ﴿23﴾إِلَّا مَن تَوَلَّىٰ وَكَفَرَ
Transliteration: Illa man tawalla wakafara
Translation: Garuu nama gara galee kafare,
فَيُعَذِّبُهُ ٱللَّهُ ٱلۡعَذَابَ ٱلۡأَكۡبَرَ ﴿24﴾فَيُعَذِّبُهُ ٱللَّهُ ٱلۡعَذَابَ ٱلۡأَكۡبَرَ
Transliteration: FayuAAaththibuhu Allahu alAAathaba alakbara
Translation: Rabbiin adabbii guddaa isa adaba
إِنَّ إِلَيۡنَآ إِيَابَهُمۡ ﴿25﴾إِنَّ إِلَيۡنَآ إِيَابَهُمۡ
Transliteration: Inna ilayna iyabahum
Translation: Deebiin isaanii garuma Keenya.
ثُمَّ إِنَّ عَلَيۡنَا حِسَابَهُم ﴿26﴾ثُمَّ إِنَّ عَلَيۡنَا حِسَابَهُم
Transliteration: Thumma inna AAalayna hisabahum
Translation: Ergasii qormaanni isaanii Nurra jira
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download