quranm◉

Surah Al-Kafirun transliteration

◉ Suuraa · ∞

109:1

قُلۡ يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡكَٰفِرُونَ ﴿1﴾

Transliteration: Qul ya ayyuha alkafiroona

Translation: Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan!

109:2

لَآ أَعۡبُدُ مَا تَعۡبُدُونَ ﴿2﴾

Transliteration: La aAAbudu ma taAAbudoona

Translation: Ani waan isin gabbartan hin gabbaru.

109:3

وَلَآ أَنتُمۡ عَٰبِدُونَ مَآ أَعۡبُدُ ﴿3﴾

Transliteration: Wala antum AAabidoona ma aAAbudu

Translation: Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane.

109:4

وَلَآ أَنَا۠ عَابِدٞ مَّا عَبَدتُّمۡ ﴿4﴾

Transliteration: Wala ana AAabidun ma AAabadtum

Translation: Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti.

109:5

وَلَآ أَنتُمۡ عَٰبِدُونَ مَآ أَعۡبُدُ ﴿5﴾

Transliteration: Wala antum AAabidoona ma aAAbudu

Translation: Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti.

109:6

لَكُمۡ دِينُكُمۡ وَلِيَ دِينِ ﴿6﴾

Transliteration: Lakum deenukum waliya deeni

Translation: Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira."

Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download