يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡمُدَّثِّرُ ﴿1﴾يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡمُدَّثِّرُ
Transliteration: Ya ayyuha almuddaththiru
Translation: Yaa mammarataa!
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡمُدَّثِّرُ ﴿1﴾يَـٰٓأَيُّهَا ٱلۡمُدَّثِّرُ
Transliteration: Ya ayyuha almuddaththiru
Translation: Yaa mammarataa!
قُمۡ فَأَنذِرۡ ﴿2﴾قُمۡ فَأَنذِرۡ
Transliteration: Qum faanthir
Translation: Ka'ii akeekkachiisi.
وَرَبَّكَ فَكَبِّرۡ ﴿3﴾وَرَبَّكَ فَكَبِّرۡ
Transliteration: Warabbaka fakabbir
Translation: Gooftaa keetis guddisi
وَثِيَابَكَ فَطَهِّرۡ ﴿4﴾وَثِيَابَكَ فَطَهِّرۡ
Transliteration: Wathiyabaka fatahhir
Translation: Uffata keetis qulqulleessi
وَٱلرُّجۡزَ فَٱهۡجُرۡ ﴿5﴾وَٱلرُّجۡزَ فَٱهۡجُرۡ
Transliteration: Waalrrujza faohjur
Translation: Taabotaanis oodi.
وَلَا تَمۡنُن تَسۡتَكۡثِرُ ﴿6﴾وَلَا تَمۡنُن تَسۡتَكۡثِرُ
Transliteration: Wala tamnun tastakthiru
Translation: Baay'ifannaa barbaachaaf hin arjoomin.
وَلِرَبِّكَ فَٱصۡبِرۡ ﴿7﴾وَلِرَبِّكَ فَٱصۡبِرۡ
Transliteration: Walirabbika faisbir
Translation: Gooftaa keetiif obsi.
فَإِذَا نُقِرَ فِي ٱلنَّاقُورِ ﴿8﴾فَإِذَا نُقِرَ فِي ٱلنَّاقُورِ
Transliteration: Faitha nuqira fee alnnaqoori
Translation: Yeroo xurumbaa keessa afuufame;
فَذَٰلِكَ يَوۡمَئِذٖ يَوۡمٌ عَسِيرٌ ﴿9﴾فَذَٰلِكَ يَوۡمَئِذٖ يَوۡمٌ عَسِيرٌ
Transliteration: Fathalika yawmaithin yawmun AAaseerun
Translation: Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha
عَلَى ٱلۡكَٰفِرِينَ غَيۡرُ يَسِيرٖ ﴿10﴾عَلَى ٱلۡكَٰفِرِينَ غَيۡرُ يَسِيرٖ
Transliteration: AAala alkafireena ghayru yaseerin
Translation: Kaafiroota irratti (guyyaa) laafaa miti
ذَرۡنِي وَمَنۡ خَلَقۡتُ وَحِيدٗا ﴿11﴾ذَرۡنِي وَمَنۡ خَلَقۡتُ وَحِيدٗا
Transliteration: Tharnee waman khalaqtu waheedan
Translation: Nama ani kophaa isa uumee wajjin (walitti) Na dhiisi;
وَجَعَلۡتُ لَهُۥ مَالٗا مَّمۡدُودٗا ﴿12﴾وَجَعَلۡتُ لَهُۥ مَالٗا مَّمۡدُودٗا
Transliteration: WajaAAaltu lahu malan mamdoodan
Translation: Kan Ani qabeenya bal'aas isaaf godhe;
وَبَنِينَ شُهُودٗا ﴿13﴾وَبَنِينَ شُهُودٗا
Transliteration: Wabaneena shuhoodan
Translation: Ilmaan dhiiraa kan isa biratti argamanis;
وَمَهَّدتُّ لَهُۥ تَمۡهِيدٗا ﴿14﴾وَمَهَّدتُّ لَهُۥ تَمۡهِيدٗا
Transliteration: Wamahhadtu lahu tamheedan
Translation: Bal'isuus kan Ani isaaf bal'ise;
ثُمَّ يَطۡمَعُ أَنۡ أَزِيدَ ﴿15﴾ثُمَّ يَطۡمَعُ أَنۡ أَزِيدَ
Transliteration: Thumma yatmaAAu an azeeda
Translation: Ergasii akka Ani isaaf dabalus kan kajeelu;
كَلَّآۖ إِنَّهُۥ كَانَ لِأٓيَٰتِنَا عَنِيدٗا ﴿16﴾كَلَّآۖ إِنَّهُۥ كَانَ لِأٓيَٰتِنَا عَنِيدٗا
Transliteration: Kalla innahu kana liayatina AAaneedan
Translation: Haa dhorgamu! Inni keeyyattoota Keenya mormaa ture.
سَأُرۡهِقُهُۥ صَعُودًا ﴿17﴾سَأُرۡهِقُهُۥ صَعُودًا
Transliteration: Saorhiquhu saAAoodan
Translation: Dhugumatti, rakkoo guddaattin isa dirqa.
إِنَّهُۥ فَكَّرَ وَقَدَّرَ ﴿18﴾إِنَّهُۥ فَكَّرَ وَقَدَّرَ
Transliteration: Innahu fakkara waqaddara
Translation: Inni ni xiinxale; ni tilmaames.
فَقُتِلَ كَيۡفَ قَدَّرَ ﴿19﴾فَقُتِلَ كَيۡفَ قَدَّرَ
Transliteration: Faqutila kayfa qaddara
Translation: Abaarame! Akkamumatti tilmaame?
ثُمَّ قُتِلَ كَيۡفَ قَدَّرَ ﴿20﴾ثُمَّ قُتِلَ كَيۡفَ قَدَّرَ
Transliteration: Thumma qutila kayfa qaddara
Translation: Ergasiis abaarame! Akkamumatti tilmaame?
ثُمَّ نَظَرَ ﴿21﴾ثُمَّ نَظَرَ
Transliteration: Thumma nathara
Translation: Ergasii ni ilaale
ثُمَّ عَبَسَ وَبَسَرَ ﴿22﴾ثُمَّ عَبَسَ وَبَسَرَ
Transliteration: Thumma AAabasa wabasara
Translation: Ergasii fuula guure; akkaan jijjiirame
ثُمَّ أَدۡبَرَ وَٱسۡتَكۡبَرَ ﴿23﴾ثُمَّ أَدۡبَرَ وَٱسۡتَكۡبَرَ
Transliteration: Thumma adbara waistakbara
Translation: Ergasii gara gale; ni boone
فَقَالَ إِنۡ هَٰذَآ إِلَّا سِحۡرٞ يُؤۡثَرُ ﴿24﴾فَقَالَ إِنۡ هَٰذَآ إِلَّا سِحۡرٞ يُؤۡثَرُ
Transliteration: Faqala in hatha illa sihrun yutharu
Translation: Ni jedhes: "(Qur'aanni) kun falfala (nama biraa) irraa waraabame qofa.
إِنۡ هَٰذَآ إِلَّا قَوۡلُ ٱلۡبَشَرِ ﴿25﴾إِنۡ هَٰذَآ إِلَّا قَوۡلُ ٱلۡبَشَرِ
Transliteration: In hatha illa qawlu albashari
Translation: Kun jecha namaa malee hin taane."
سَأُصۡلِيهِ سَقَرَ ﴿26﴾سَأُصۡلِيهِ سَقَرَ
Transliteration: Saosleehi saqara
Translation: Saqar isa seensisuufin jira
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا سَقَرُ ﴿27﴾وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا سَقَرُ
Transliteration: Wama adraka ma saqaru
Translation: Saqar maal akka ta'e maaltu si barsiise?
لَا تُبۡقِي وَلَا تَذَرُ ﴿28﴾لَا تُبۡقِي وَلَا تَذَرُ
Transliteration: La tubqee wala tatharu
Translation: (Foon) hin hambiftu (lafees) hin dhiiftu
لَوَّاحَةٞ لِّلۡبَشَرِ ﴿29﴾لَوَّاحَةٞ لِّلۡبَشَرِ
Transliteration: Lawwahatun lilbashari
Translation: Gogaas gubduudha
عَلَيۡهَا تِسۡعَةَ عَشَرَ ﴿30﴾عَلَيۡهَا تِسۡعَةَ عَشَرَ
Transliteration: AAalayha tisAAata AAashara
Translation: Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira.
وَمَا جَعَلۡنَآ أَصۡحَٰبَ ٱلنَّارِ إِلَّا مَلَـٰٓئِكَةٗۖ وَمَا جَعَلۡنَا عِدَّتَهُمۡ إِلَّا فِتۡنَةٗ لِّلَّذِينَ كَفَرُواْ لِيَسۡتَيۡقِنَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡكِتَٰبَ وَيَزۡدَادَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ إِيمَٰنٗا وَلَا يَرۡتَابَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡكِتَٰبَ وَٱلۡمُؤۡمِنُونَ وَلِيَقُولَ ٱلَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٞ وَٱلۡكَٰفِرُونَ مَاذَآ أَرَادَ ٱللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلٗاۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ ٱللَّهُ مَن يَشَآءُ وَيَهۡدِي مَن يَشَآءُۚ وَمَا يَعۡلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكۡرَىٰ لِلۡبَشَرِ ﴿31﴾وَمَا جَعَلۡنَآ أَصۡحَٰبَ ٱلنَّارِ إِلَّا مَلَـٰٓئِكَةٗۖ وَمَا جَعَلۡنَا عِدَّتَهُمۡ إِلَّا فِتۡنَةٗ لِّلَّذِينَ كَفَرُواْ لِيَسۡتَيۡقِنَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡكِتَٰبَ وَيَزۡدَادَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ إِيمَٰنٗا وَلَا يَرۡتَابَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡكِتَٰبَ وَٱلۡمُؤۡمِنُونَ وَلِيَقُولَ ٱلَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٞ وَٱلۡكَٰفِرُونَ مَاذَآ أَرَادَ ٱللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلٗاۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ ٱللَّهُ مَن يَشَآءُ وَيَهۡدِي مَن يَشَآءُۚ وَمَا يَعۡلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكۡرَىٰ لِلۡبَشَرِ
Transliteration: Wama jaAAalna ashaba alnnari illa malaikatan wama jaAAalna AAiddatahum illa fitnatan lillatheena kafaroo liyastayqina allatheena ootoo alkitaba wayazdada allatheena amanoo eemanan wala yartaba allatheena ootoo alkitaba waalmuminoona waliyaqoola allatheena fee quloobihim maradun waalkafiroona matha arada Allahu bihatha mathalan kathalika yudillu Allahu man yashao wayahdee man yashao wama yaAAlamu junooda rabbika illa huwa wama hiya illa thikra lilbashari
Translation: Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi mu'uminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baay'ina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti.
كَلَّا وَٱلۡقَمَرِ ﴿32﴾كَلَّا وَٱلۡقَمَرِ
Transliteration: Kalla waalqamari
Translation: Haa dhorgamu! Ji'attin kakadha!
وَٱلَّيۡلِ إِذۡ أَدۡبَرَ ﴿33﴾وَٱلَّيۡلِ إِذۡ أَدۡبَرَ
Transliteration: Waallayli ith adbara
Translation: Halkaniinis; yeroo inni deeme.
وَٱلصُّبۡحِ إِذَآ أَسۡفَرَ ﴿34﴾وَٱلصُّبۡحِ إِذَآ أَسۡفَرَ
Transliteration: Waalssubhi itha asfara
Translation: Bariidhaanis yeroo inni ife.
إِنَّهَا لَإِحۡدَى ٱلۡكُبَرِ ﴿35﴾إِنَّهَا لَإِحۡدَى ٱلۡكُبَرِ
Transliteration: Innaha laihda alkubari
Translation: Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti.
نَذِيرٗا لِّلۡبَشَرِ ﴿36﴾نَذِيرٗا لِّلۡبَشَرِ
Transliteration: Natheeran lilbashari
Translation: Namaaf akeekkachiiftuudha.
لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَتَقَدَّمَ أَوۡ يَتَأَخَّرَ ﴿37﴾لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَتَقَدَّمَ أَوۡ يَتَأَخَّرَ
Transliteration: Liman shaa minkum an yataqaddama aw yataakhkhara
Translation: Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha).
كُلُّ نَفۡسِۭ بِمَا كَسَبَتۡ رَهِينَةٌ ﴿38﴾كُلُّ نَفۡسِۭ بِمَا كَسَبَتۡ رَهِينَةٌ
Transliteration: Kullu nafsin bima kasabat raheenatun
Translation: Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
إِلَّآ أَصۡحَٰبَ ٱلۡيَمِينِ ﴿39﴾إِلَّآ أَصۡحَٰبَ ٱلۡيَمِينِ
Transliteration: Illa ashaba alyameeni
Translation: Warra mirgaa malee.
فِي جَنَّـٰتٖ يَتَسَآءَلُونَ ﴿40﴾فِي جَنَّـٰتٖ يَتَسَآءَلُونَ
Transliteration: Fee jannatin yatasaaloona
Translation: (Isaan) jannata keessatti wal gaggaafatu.
عَنِ ٱلۡمُجۡرِمِينَ ﴿41﴾عَنِ ٱلۡمُجۡرِمِينَ
Transliteration: AAani almujrimeena
Translation: Yakkamtoota irraa (wal gaafatu).
مَا سَلَكَكُمۡ فِي سَقَرَ ﴿42﴾مَا سَلَكَكُمۡ فِي سَقَرَ
Transliteration: Ma salakakum fee saqara
Translation: "Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
قَالُواْ لَمۡ نَكُ مِنَ ٱلۡمُصَلِّينَ ﴿43﴾قَالُواْ لَمۡ نَكُ مِنَ ٱلۡمُصَلِّينَ
Transliteration: Qaloo lam naku mina almusalleena
Translation: Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre.
وَلَمۡ نَكُ نُطۡعِمُ ٱلۡمِسۡكِينَ ﴿44﴾وَلَمۡ نَكُ نُطۡعِمُ ٱلۡمِسۡكِينَ
Transliteration: Walam naku nutAAimu almiskeena
Translation: Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre;
وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ ٱلۡخَآئِضِينَ ﴿45﴾وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ ٱلۡخَآئِضِينَ
Transliteration: Wakunna nakhoodu maAAa alkhaideena
Translation: Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre;
وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوۡمِ ٱلدِّينِ ﴿46﴾وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوۡمِ ٱلدِّينِ
Transliteration: Wakunna nukaththibu biyawmi alddeeni
Translation: Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre;
حَتَّىٰٓ أَتَىٰنَا ٱلۡيَقِينُ ﴿47﴾حَتَّىٰٓ أَتَىٰنَا ٱلۡيَقِينُ
Transliteration: Hatta atana alyaqeenu
Translation: Hanga (duuti) mirkanaayaan nutti dhufutti (haala kana irra turre)" (jedhu)
فَمَا تَنفَعُهُمۡ شَفَٰعَةُ ٱلشَّـٰفِعِينَ ﴿48﴾فَمَا تَنفَعُهُمۡ شَفَٰعَةُ ٱلشَّـٰفِعِينَ
Transliteration: Fama tanfaAAuhum shafaAAatu alshshafiAAeena
Translation: Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu.
فَمَا لَهُمۡ عَنِ ٱلتَّذۡكِرَةِ مُعۡرِضِينَ ﴿49﴾فَمَا لَهُمۡ عَنِ ٱلتَّذۡكِرَةِ مُعۡرِضِينَ
Transliteration: Fama lahum AAani alttathkirati muAArideena
Translation: Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Qur'aanaa) irraa gara galoo ta'u?
كَأَنَّهُمۡ حُمُرٞ مُّسۡتَنفِرَةٞ ﴿50﴾كَأَنَّهُمۡ حُمُرٞ مُّسۡتَنفِرَةٞ
Transliteration: Kaannahum humurun mustanfiratun
Translation: (Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
فَرَّتۡ مِن قَسۡوَرَةِۭ ﴿51﴾فَرَّتۡ مِن قَسۡوَرَةِۭ
Transliteration: Farrat min qaswaratin
Translation: Leenca irraa kan baqatan.
بَلۡ يُرِيدُ كُلُّ ٱمۡرِيٕٖ مِّنۡهُمۡ أَن يُؤۡتَىٰ صُحُفٗا مُّنَشَّرَةٗ ﴿52﴾بَلۡ يُرِيدُ كُلُّ ٱمۡرِيٕٖ مِّنۡهُمۡ أَن يُؤۡتَىٰ صُحُفٗا مُّنَشَّرَةٗ
Transliteration: Bal yureedu kullu imriin minhum an yuta suhufan munashsharatan
Translation: Inumaa namni isaan irraa ta'e hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha.
كَلَّاۖ بَل لَّا يَخَافُونَ ٱلۡأٓخِرَةَ ﴿53﴾كَلَّاۖ بَل لَّا يَخَافُونَ ٱلۡأٓخِرَةَ
Transliteration: Kalla bal la yakhafoona alakhirata
Translation: Dhugumatti, (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu
كَلَّآ إِنَّهُۥ تَذۡكِرَةٞ ﴿54﴾كَلَّآ إِنَّهُۥ تَذۡكِرَةٞ
Transliteration: Kalla innahu tathkiratun
Translation: Dhugumatti, inni (Qur'aanni) gorsa
فَمَن شَآءَ ذَكَرَهُۥ ﴿55﴾فَمَن شَآءَ ذَكَرَهُۥ
Transliteration: Faman shaa thakarahu
Translation: Nama fedheetu isaan gorfama.
وَمَا يَذۡكُرُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُۚ هُوَ أَهۡلُ ٱلتَّقۡوَىٰ وَأَهۡلُ ٱلۡمَغۡفِرَةِ ﴿56﴾وَمَا يَذۡكُرُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُۚ هُوَ أَهۡلُ ٱلتَّقۡوَىٰ وَأَهۡلُ ٱلۡمَغۡفِرَةِ
Transliteration: Wama yathkuroona illa an yashaa Allahu huwa ahlu alttaqwa waahlu almaghfirati
Translation: Yoo Rabbiin fedhe malee hin gorfamanuInni (Rabbiin) kan sodaatamuu haqa godhatuufi Abbaa Araaramaati.
Transliteration source: English Transliteration by Tanzil. Used under Tanzil's non-commercial terms; see the source and latest updates at Tanzil. Tanzil translation download